Construction Machinery and Equipment
Godina Buunnoo Beddelleetti Waajjirri Maallaqaa Bul/Mag/Beddellee bu'uuraalee misoomaa magaalaa gaggeessuuf kanaafuu daldaltoota seera qabeessa ta'anii fi ulaagaalee barbaachisoo guutanu waliin dorgomsiisee tajaajila kiraa Shower Truck, Rulloo, Dam-Truck
Description
Waamicha Caalbaasii Kiraa Maashinerii Gireedera
Godina Buunnoo Beddelleetti Waajjirri Maallaqaa Bul/Mag/Beddellee bu'uuraalee misoomaa magaalaa gaggeessuuf kanaafuu daldaltoota seera qabeessa ta'anii fi ulaagaalee barbaachisoo guutanu waliin dorgomsiisee tajaajila kiraa Shower Truck, Rulloo, Dam-Truck bitee hojjechiisuu barbaada.
Kanaafuu, isinis ulaagaalee barbaachisoo asii gaditti tarreefaman :-
Ulaagaaleen guutamuu qabanu
1. Eeyyama daldalaa kiraa Maashinerii fi gibira Mootummaa kaffalamee bara hojii 2019 tiif kan haarome.
2. Raga kaffalaa gibiraa ta'uu ibsuu (TIN No).
3. Ragaa Galmaa'aa VAT (%15) ta'uu agarsiisu.
4. Ragaa Galmee Facaatii dhiyeesitootaa irra jiraachuu agarsiisu.
5. Caalbaasii mootummaa irratti akka hin hirmaanne kan hindhorkamnee fi yoo dhorkame yeroo dhorkaasaa kan xumure.
6. Dorgomaan Calbaasii Dorgomuu Kabachisaa Calbaasii Qarshii 150,000/Kuma dhibba tokkoof shantama, Baankii Siinqee lakk. herrega 1071291641810 Bedelle ketema finance galchuun silipii bankii dhiyeessuu qaba.
7. Ragaalee beeksisa kana irratti lakk. 1-4tti tarreefaman Footoo koppii sirriitti mullatuu fi Poostaa tokko silipii bankii kabachisaa calbasii keessatti saamsuun irra keessa poostaa irratti Teeknikaal dokmenti jechuun barreefamee Chaappaan dhaabbatichaa irratti godhamuu qaba.
8. Sanada caalbaasii beeksisa caalbaasii kana waliin isinii ergame kana sirriitti dubbisuudhaan Uunka sanada yaada dorgommii kana irratti gatii ittiin dhiyeesitanu erga guuttanii booda Poostaa tokko keessatti saamsuun irra keessa poostaa irratti faayinaashaal( Financial) dokmenti fi teknikal dokmentii jechuun barreefamee Chaappaan dhaabbatichaa irratti godhamuu qaba.
Hubachiisa: Walumaagalatti Dorgommii kanaaf poostaa lamaan dhiyaachuu kan qabu ta'uu guyyaa hojii walitti aanan 15 guyyaa caalbaasii gaazexaa Addis Zemen irraa ba'ee kaasee guyyaa hojii 16ffaa irratti sa'aatii 4:00 irratti cufamee kan 4:30 irratti banamuu ta'ee Wa/Maallaqaa Bul/Mag/Bedellee Ade/Ho/Bi/Bul/Qabeenyaa keessatti kan banamu ta'uu isin beeksisna.
Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Beddellee
Tender details
- Deadline: 2026-10-28
- Bid closing time: 10:00
- Bid closing (note): Guyyaa hojii walitti aanan 15 guyyaa caalbaasii gaazexaa Addis Zemen irraa ba'ee kaasee guyyaa hojii 16ffaa irratti sa'aatii 4:00
- Bid opening: 2026-10-28 10:30
- Bid opening (note): Guyyaa hojii walitti aanan 15 guyyaa caalbaasii gaazexaa Addis Zemen irraa ba'ee kaasee guyyaa hojii 16ffaa irratti sa'aatii 4:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Beddelle
- Bid bond: Qarshii 150,000.00
- Published on: Addis Zemen (Oct 10, 2026)
- Posted at: 2026-10-10T09:52:53.000Z
- Source: Qelal Tenders