Building Construction

Mootummaa Naannoo Jimmaatti Waajjirri Oromiyaa, Godina Jimmaatti Daandiiwwanii fi Lojistiksii Godina Jimmaa pirojektoota Riqaalee gabatee armaan gadii irratti ibsaman guyyoota kaalaandarii 365 keessatti ijaaruuf kontiraaktaroota fedhii qaban caalbaasiidha

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

1. Mootummaa Naannoo Jimmaatti Waajjirri Oromiyaa, Godina Jimmaatti Daandiiwwanii fi Lojistiksii Godina Jimmaa pirojektoota Riqaalee gabatee armaan gadii irratti ibsaman guyyoota kaalaandarii 365 keessatti ijaaruuf kontiraaktaroota fedhii qaban caalbaasiidhaan dorgoomsisuudhaan hojjechiisuu barbaada.

TL

 

Maqaa Riqaa

 

Bal'ina

(m)

Aanaa

 

Kabachiisa caalbaasii (cpo)

Galii waggaa G/G (Turnover)

Lakk. bittaa

 

1

Malakata 2ffaa

18

Qarsaa

 

500,000

 

40,000,000

 

WDLGJ/SCIB-1/2019

2

Aftal

 

18

L/saqqaa

500,000

 

40,000,000

 

WDLGJ/SCIB-2/2019

3

Jaawwii

 

16

Guumay

500,000

 

40,000,000

 

WDLGJ/SCIB-3/2019

2. Dorgoomtonni sanadoota ulaagaa armaan gaditti ibsaman guutu dhiyeessuu qabu:

i. Hayyama daldalaa seera qabeessa ta'e gosa daldalaa inni irratti bobba'e kan agarsiisuu fi bara kanaaf haarome.

ii. Ragaa Taaksii Dabalataa qabeenyaa (VAT)f galmaa'uu isaa agarsiisu Abbaa Taayitaa Galiiwwani irraa.

iii. Ragaa qulqullinaa kaffaltii taaksii/gibiraa agarsiisu kan Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kenname.

iv. Ragaa muxannoo ogummaa rogummaa bara kanaaf haarome, Kontiraaktara walii galaa 6 (General contractor 6 – GC 6) fi Kontiraaktara ijaarsa daandii 6 (RC 6) fi isaa ol Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii yookiin ministeera konistiraakshii Itiyoophiyaa irraa. 

v. Tarreeffama elektiroonikii dhiyeessitootaa bittaa mootummaa (EGP supplier list).

3. Caalbaasiin kun kan gaggeeffamu akkaataa SANADA CAALBASII IFAA BIYYOOLESSAATIIN yoo ta'u dorgomtota biyya keessaa hundaaf banaadha.

4. Dorgoomtotni ulaagaa guutan odeeffannoo dabalataatiif sanada caalbaasii guutuu Waajjira Maallaqaa Godina Jimmaa irraa qarshii hin deebine 300.00 (Birrii dhibba sadii qofa) kaffaluun guyyaa jalqabaa beeksisaa irraa kaasee bitachuu ni danda'u.

5. Caalbaasiin hundi wabii kabachiisa caalbaasii hanga qarshii armaan olitti ibsame bifa cheekii mirkanaa'een (CPO) ykn Wabii baankii haalduree tokko malee baankii hayyamame irraa guyyoota 118f hojiirra oolu qabaachuu qaba. Wabiin kabachiisa caalbaasii kun Waajjira Maallaqaa Godina Jimmaatiif kan barraa'u yoo ta'u samsamee poostaa sanada Teeknikaa originaalaa irratti maxxanuu qaba.

6. Sanadni yaada dorgommii caalbaasii originaalaa dhiyaachuu qabu akkuma jirutti ta'ee, dabalataan waraabbiin 2 dhiyaachuu qaba. Sanadni dorgomtotaa akkaataa sanada caalbaasii keessatti ibsameen samsamuun dhiyaachuu qaba

7. Madaalliin kan gaggeeffamu sadarkaalee lamaan yoo ta'u, jalqaba madaallii teknikaa itti aansuun immoo madaallii faayinaansiiti. Dorgoomtota madaallii ulaagaa teknikaa guutaniif guyyaa koreen caalbaasii murteessetti teessoo wal fakkaataatti sanadni faayinaasii kan banamu ta'a. Dorgoomtota madaallii teknikaa hin dabarreef sanadni faayinaasii osoo hin banamin deebi'a.

8. Yeroon seera qabeessummaa Caalbaasii guyyaa caalbaasiin itti dhiyaate booda guyyoota kaalaandarii 90 ta'a.

9. Waajjirri Maallaqaa Godina Jimmaa caalbaasii kana waliigaltee dura yeroo barbaadetti gartokkoon ykn guutummaadhaan fudhachuu ykn haquudhaaf mirga qaba.

Jimmaa, Oromiyaa, Itiyoophiyaa
Waajjira Maallaqaa Godina Jimmaa


Tender details

  • Deadline: 2026-11-02
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid closing (note): Guyyaan fi sa'aatiin caalbaasiin itti cufamuus ta'e itti banamu dhihaate hin jiru.
  • Bid opening: 2026-11-02 12:00
  • Bid opening (note): Guyyaan fi sa'aatiin caalbaasiin itti cufamuus ta'e itti banamu dhihaate hin jiru.
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Godiina Jimmaa
  • Bid bond: Qarshii 500,000.00 tokkoon tokkoon
  • Bid document price: Qarshii 300.00
  • Published on: Addis Zemen (Oct 12, 2026)
  • Posted at: 2026-10-13T07:10:25.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders