Food and Beverage
Mootuummaa Naannoo Oromiyaatti Hospitaalis Wall- igalaa Nageelle Boorana Nyaataa Bilchaataa dhibbamtoota cisanii yaalamaniif bara Bajaata 2019 waldalee Dhiyy- cessi Midhaan Nyaataa Bilchaata irraattii Gurma'aan dor- gomsuse nyaata bilchaata dhiyeesisu bar
Description
Godina Oromiyaa Kibbaa
Beeksisa Caalbaasii Ifan
Mootuummaa Naannoo Oromiyaatti Hospitaalis Wall- igalaa Nageelle Boorana Nyaataa Bilchaataa dhibbamtoota cisanii yaalamaniif bara Bajaata 2019 waldalee Dhiyy- cessi Midhaan Nyaataa Bilchaata irraattii Gurma'aan dor- gomsuse nyaata bilchaata dhiyeesisu barbaada, bu'urumaa kanaan waldaaleen ulaagalee kanaa gaditti ibsamee guutan dhiyaatanii dorgomuu ni danda'u.
1. Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanittin heeyya- maa daldalaa baraa 2019 kan haromsame seera qa- beessa ta'ce gibira ittin kaffalan, TIN, Waraaqa raga dhiyeesuumma fi Waraqa Qulqullinna fotoo kooppii isaa sanadaa caal-baasii Orijiinaala walin qabsisaani dhiyyeesuu qabu.
2. Dorgomtooni dhiyaatan galma'aa taaksii dabalataa VAT galmaa'uu isaanitiif ragaa foto koppii dhiyeeffa- chuu kan danda'an ta'uu qaba.
3. Dorgomtooni dhiyaatan ragaa Dhiyyeessii Midhaan Nyaataa bilchaata irraatti Waldaan gurma'uu isaani kan ibsu Waajjiraa isaan gurmesse irraa ragaa bar- baachisu dhiyeeffachuu kan danda'an ta'uu qaba
4. Dorgomaan kamiyyuu kabachiisa Caalbaasiif kan olu gatii tilmamaa bittaa waligalaa %1 (tokko qofa) maqaa Hospitaala Waligala Nageelle Booranatiin CPO Baankiidhaan mirkanaa'e, Baankii Gaaraantiiykn IMX yoo ta'an bu'uraa Danbii Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Naannoo Oromiyaa Diriirsuuf bahe lakk. 226/2014 xalayaa deeggarsaa qaama isaan hundeesse irraa Odeeffaannoo guutuu waajjira isaan gurmeesse kan ibsuu fi caalbaasii irraattii dorgo- man ibsudhaan sanada Orijinaalaa caalbaasichaa wali- in qabsiisee dhiyeessuu dirqama qabu.
5. Dorgomtootni hojii irraatti dorgoman kanaan duraa hojjii kanaan walfakkaatu irratti Muuxannoo dhiyees- summa Kan qaban ta'uu isaa Ragaa dhiyeeffachu kan danda'an.
6 Dorgomtootni sanada Caalbaasii guyyaa beeksifnin Kun qillensarraa olee eegalee guyyaa hojii 15f yeroo hundaa sa'aati hojii maallaqaa hin deebine qr.300 (dhibbaa sadii) kaffaluun Hoospitaalaa Waliigalaa Nageellee Booranaatii kutaa Adeemsa Faayinaansi lakk. 41tti dhiyaachuun sanadicha bitachus ta'e sana- da galchus ni danda'u.
7. Dorgomtootni sanada caalbaasichaa poostaa saamsa- meen, sanadaa "Faayinanshala Orginal fi kooppii addan baasuun guyyaa guyyaa 02/02/2019 hanga 20/02/2019 sa'aati 6:00 tti Hoospitaalaa Waliigalaa Nageellee Booranaa Sanduqa Caalbaasicha kanaaf qophaa'e keessa galchuu qabu.
8. Caalbaasichi gaafa guyyaa 20/2/2019 sa'aati 8:00 dorgomtootni ykn bakka bu'oonni seeraa isaanii, ak- kasumas taajjabdoonni bakka argamanitti Galmaa Hoospitaalaa Waliigalaa Nageellee Booranaatiin kees- saattii banama.
9. Mo'ataan caal-baasii mo'attee mo'aachuun isaa ergaa barrefaman ibsamee irraa guyyaa 6ffaa irraa kaassee guyyaa 5 keessaatti Hoospitaalaa Waliigalaa Nageellee Booranaa waajjiin waligaltee maallattesu diqamaa qaba kana yoo raawwachu baate mo'aat- tumman isaa ni haqama.
10. Afaan caalbaasii Afaan hojii mootummaa Naannoo Dargaggoonni ilaalcha miscon Oromiyaatii ta'a.
11. Hoospitaalaa Waliigalaa Nageellee Booranaa filannoo fooyya'e yoo argatee caal-baasichaa guutummaan guu- tutti ykn gar-tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan Kan eegame dha. Odeeffannoo Dabaltaaf_Lakk. Bil- bilaa-04644500881 ykn 0926282296
Hoospitaalaa Waliigalaa Nageellee Booranaa Nageellee Booranaa
Tender details
- Deadline: 2026-10-30
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-10-30 14:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Hoospitaalaa Waliigalaa Nageellee Boorana
- Bid bond: 1%
- Bid document price: Qarshii 300.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 15, 2026)
- Posted at: 2026-10-16T08:40:39.000Z