Building Construction
Godina Shawaa Lixatii, Aanaa Calliyaatti Waajjira Bulchiin- saa A/Caalliyaa Ijaarsa Pirojektii kenna Tajaajila kenninsa Id- doo Tokkoo (Masoobii) Gammoo abba saddii duran ijaaramee jiru keessatti dorgomtoota ulaagaa guutan wal-Dorgomsiisee hojjachiisuu ba
Description
Beeksisa Caalbaasii Marsaa 1ffaa
Godina Shawaa Lixatii, Aanaa Calliyaatti Waajjira Bulchiin- saa A/Caalliyaa Ijaarsa Pirojektii kenna Tajaajila kenninsa Id- doo Tokkoo (Masoobii) Gammoo abba saddii duran ijaaramee jiru keessatti dorgomtoota ulaagaa guutan wal-Dorgomsiisee hojjachiisuu barbaada.
1. Godina Shawaa Lixaa, Waajjiraa Bulchiinsaa A/Calliyaa bara Baajataa 2019tti, keessantii Ijaarsa Pirojektii ken- na Tajaajila kenninsa Iddoo Tokkoo (Masoobii) keessatti turtii bara bajataa wagaa tokko keessatti hojjachiisuu barbaada.
2. Waajjiri Bulchinsaa Aanaa Caaliyaa, Godina Shawaa Lixa kontiraaktaroota gosa waliigalaa ykn kontiraakta-roota ijaarsaa GC_5 ykn BC-5 fi isaa ol ta'an hunda kan hayyama isaanii bara 2019 E.C haarom fame affeeree jira.
3. Sanadoonni caalbaasii iyyannoo barreeffamaa dhiyees- suun fi kaffaltii hin deebineen Qar 2,000 (kuma Lama ) beeksisa guyyaa jalqabaa irraa eegalee yeroo sa'aatii hojiitti gaazexaa Kallacha Oromiyaa irratti bahee irraa eegalee hanga dhumaatti waajjira maallaqaa Aanaa caa- liyaa,Magaala Gedoo irraa bitamuu ni danda'a. Wiixataa hanga Jimaata yeroo sa'aatii hojitti Dorgomaan qarshii 2,000(Qar.kuma lama) Herrega baankii siinqee Damee A/Caaliyaa Lakk. Herrega 1051982571210tti galchuun nagahee baankii waajjira Maallaqa Aannaa caaliyaatii fiduu qaba. Dorgomaan "VAT" fi ragaa galmee TIN, hayyama daldalaa seera qabeessa ta'ee fi ragaa galmee seera qabeessa ministeera konistiraakshinii ykn Abbaa Taayitaa konistiraakshinii Oromiyaa biraa fudhatee galmaa'e iyyata waliin dhiyaachuu qaba.
4. Dorgomtoonni odeeffannoo dabalataa argachuu, sakat- ta'uu fi sanada caalbaasii, waajjira Maallaqaa Aanaa caa- liyaa armaan olitti ibsame irraa argachuu ni danda'u.
5. Caalbaasiin hundi kabachiisa wabii caalbaasii maallaqa callaa baankii siinqee Damee A/caaliyaa lakk. Herre- gaa.1051982571210, irratti Qarshii 500,000 (kuma dhib- baa Shaannii qofa) guyyaa caalbaasiin banameen booda guyyoota 120f kan hojjetu ykn kan ture ta'uu qaba, Wabii caalbaasiitiif Qar.500,000, bifa Maallaqa Callaa Baankii siinqee irraatti Maqaa Waajjiraa Maallaqaa Aa- naa caaliyaatiin galii ta'ee naga'een baankii gara naga'ee waajirichan jiijjiramuun dhiyaachuu qaba.
6. Caalbaasiin akkaataa hojimaata caalbaasii biyyoolessaa banaa labsii bittaa mootummaa Rippabiliika Dimookiraa- tawaa Federaalaa Itoophiyaa keessatti argamuun kan gaggeeffamu yoo ta'u, dorgomtoota ulaagaa guutan hun- daaf banaadha kunis (Sadarkaa lama: Sadarkaan jalga- baa madaallii duraa fi teeknikaa dha inni lammaffaan. sadarkaa:-madaallii faayinaansii dha).
7. Tuutni sanada caalbaasii afaan Oromiffaan guutuu ta'e dorgomtoota fedhii qabaniin bitamuu ni danda'a, iyyata barreeffamaa, waraqaa ragna galmee VAT,Ministeera Ijaarsa ykn Abbaa Taayitaa Ijaarsa Oromiyaa dhiycessuu irratti ragaa galmee haaromfame, waraqaa ragaa galmee daldalaa haaromfame, hayyama daldalaa haaromfame, Ragaa galmee kaffalaa gibiraa fi gibira Qulqulleessuun Biiroo Galii Oromiyaa Ykn ERCA irraa fi EGP keessatti galmaa'uun teessoo armaan gaditti ibsamee fi kaffaltii hin deebine Qar. Itoophiyaa 2000 (kuma lama) Herre- ga baankii armaan olitti ibsametti fiduudhaan nagahee gara waajjira Maallaga Aanaa Calliyaa hanga guyyaa" hojii 15ffaa fi sa'aatii hojii guyyaa beeksisa jalqabaa gaazexaa kallacha Oromiyaa irratti jalqabe irraa ee- galee sa'aatii hojiitti Wiixataa hanga Jimaataatti.
8. dhiyeessuu fi baniinsa caalbaasii
a. Yeroon xumuraa caalbaasii (gahumsa teeknikaa fi dhiy- eessii faayinaansii of danda'ee) dhiyaachuun guyyaa hojii 16ffaa sa'aatii biyya keessaa sa'aatii 8:00 ykn sana dura guyyaa jalqaba gaazexaa kallacha Oromiyaa irratti beeksise irraa eegalee ta'a. Guyyaan digdamii-lammaffaan guyyaa ho- jii yoo hin taane, guyyaa hojii itti aanu ta'a.
b. Orijinaalli fi waraabbii sanadoota gahumsa teeknikaa adda addaan envelope cufame keessatti "Orijinaal fi waraabbii sana- doota gahumsa tecknikaa" jedhamee mallatteeffame kees- satti kan kaa'amuu fi envelope lamaan envelope alaa gud- daa keessa kaa'amee cufamuu qaba. Enveloppiin alaa kun teessoo dhiyeessii fi odeeffannoowwan biroo waraqaa raga caalbaasii irratti agarsiifaman kan qabu yoo ta'u, "KOREEN CAALBAASII IRRATTI QOFA BANAMU" jedhamee ifatti kan barreeffame yoo ta'u, Wabii Caalbaasii qofatti saamsu- un sanada teeknikaa orijinaala waliin ni kaa'ama.(waarab- bin sanada gahumisaa Tekinkaa akkataa sandaa caalbasii SCI keessatii ibsaamee dhiyyachuu qabaa)
c. Orijinȧalli fi kooppiin sanadoota dhiyeessii faayinaansii addaan baafamee envelope cufame keessatti kan mallatteef- fame "Orijinaal fi Koppii Sanadoota Dhiyeessii Faayinaansii jedhamee kan mallatteeffame yoo ta'u, envelope lamaan en velope alaa guddaa keessa kaa'amee cufamuu qaba. Envel oppiin alaa kun teessoo dhiyeessii fi Odeeffannoowwan biro waraqaa ragaa irratti agarsiifaman kan qabu yoo ta'u, "Bakk Koreen caalbaasii jirutti qofa banama" jedhamee ifatti kan barreeffame ta'uu qaba.(waarabbin saanda faayyinasii akkataa sandaa caalbasii SCI keessatii ibsaamee dhiyyachuu qabaa)
d. Sanadni Lamaanuu Piropozaala Teeknikaa fi Faayinaansii Envelope haadha tokko keessa kan kaa'amu yoo ta'u enve- lope alaa kun teessoo dhiyaannaa fi Odeeffannoowwan biro waraqaa ragan irratti agarsiifaman kan qabuu fi "Bakka jirutti qofa banamuu kan qabu ta'uu qaba kan Koree caalbaasii".
e. Chaappaa, mallatteessuu fi mallattoon caalbaasii akkaataa qajeelfama qajeelfama dorgomtootaatiin ibsameen ta'uu qaba.
f. Sanada caalbaasii qopheessuu keessatti dorgomtoonni raga caalbaasii sanada caalbaasii keessa jiru qorachuun irraa ee- gama.
g. Sanadni ulaagaa guutuu guyyaa beeksisa jalqabaa guyyaa Hojii irraa eegalee guyyuma sanatti sa'aatii biyya keessaa sa'aatii 8:30tti guyyaa 16ffaa ni banama. Guyyaan digdamii lammaffaan guyyaa hojii yoo hin taane, guyyaa hojii itti aanu ta'a.
h. Sanadni dhiyeessii faayinaansii cufamee kan turuu fi saan- duqa kanaaf qophaa'e keessatti bakka odiitarri ykn qaamni maamilchi hayyamame kamiyyuu jirutti, hanga dhiyeessiin faayinaansii(S) dorgomtoota gahumsa qaban beeksisa bana- mutti ni qabaata.
i. Koreen Abbaa pirojeektii/maamilaan ramadame bu'uura deebii kennuu isaanii sanada caalbaasii irratti hundaa'uun gahumsa dorgomtootaa ni madaala, ulaagaa madaallii guutuu qaba, waraqaa ragaa caalbaasii keessatti ramadame hojiirra oolchuudhaan, Dorgomaan sadarkaa kanatti ni kufa yoo ta'e sanada caalbaasii irratti deebii hin kennu yookiin walsim- siisaa teeknikaa isa xiqqaa sanada caalbaasii irratti himatame galmaan gahuu dhabuu isaati.
j. Dhiyeessiin faayinaansii dorgomtoota ulaagaa Teeknikaa ulaagaa guutan ykn Fitted fi isaa ol ta'an qofatu guyyaa bana- muu faayinaansii ni banama. Faayinaansii baname dorgomtoo- ta ulaagaa guutuu hin qabne (i. e Ulaaga guutuu qabaachuu qabau kan hin qabnen osoo hin banamin ni deebi'a). Abbaan piroojektii guyyaa fi sa'aatii banamuu faayinaansii dorgom- tootaaf ni ibsa.
k. Sanada sobaa (sobaa) fi/yookiin sanada gahumsa teeknikaa irratti dhiyeessii faayinaansii agarsiisuuf yaaliin yoo godhame caalbaasichi akka kuffisu ni taasisa.
1. Maamilchi "Sanada Gahumsa Teeknikaa" "Sanada Dhiyees- sii Faayinaansii" envelops keessatti dogoggoraan kaa'amuu ykn faallaa kanaatiin, kan dorgomaan diduu fi itti gaafatamum- maa hin fudhatu.
9. Hojiirra oolmaan caalbaasichaa guyyaa caalbaasiin baname irraa eegalee guyyoota kaalaandarii 120 ta'a.
10. Ijaarsi hojii guyyaa hojiin jalqabame irraa eegalee hanga guyyoota kaalaandarii 120 (Dhibba tokko fi digdama)ta'een kan xumuramu ta'a
11. Kontiraaktaroota hojii harkaa qaban adeemsi hojii fizikaalaa %75 ol guutuu ta'uu fi ragaan Maamila pirojektoot- aa irraa walitti qabamuu qaba.
12. Waajjiraa Bulchinsaa A/caaliyaa caalbaasii kana gar- tokkeen ykn hunda fudhachuu ykn diduudhaaf mirga qaba Odeeffannoo dablataaf:-Bilbila: 0912758480 ykn 0913700085
Waajiraa Bulchiinsaa A/Calliyaa
Tender details
- Deadline: 2026-11-09
- Bid closing time: 14:00
- Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatii 8:00tti
- Bid opening: 2026-11-09 14:30
- Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatii 8:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajiraa Bulchiinsaa A/Calliyaa
- Bid bond: Qarshii 500,000.00
- Bid document price: Qarshii 2000.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 22, 2026)
- Posted at: 2026-10-23T08:15:31.000Z
- Source: Qelal Tenders