Building Construction
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee Ijaarsa Pirojektii G+1 Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kurfaa Calleetiif dorgomtoota ga'umsaa fi Dandeettii qaban kan Sadarkaan isaanii Gc/Bc 4 fi sanaa ol tahe Caalbaasii Ifaan dorgomsiisee ijaarsisuu barbaada
Description
BEEKSISA CAALBAASII
Beeksisa Caal-baasii Ijaarsa Pirojektii Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kurfaa Callee tin bahe Ilaalchisee:-
- Wantoota Dorgomtonni Guutuu Qaban.
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee Ijaarsa Pirojektii G+1 Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kurfaa Calleetiif dorgomtoota ga'umsaa fi Dandeettii qaban kan Sadarkaan isaanii Gc/Bc 4 fi sanaa ol tahe Caalbaasii Ifaan dorgomsiisee ijaarsisuu barbaada.
Kanafuu:-
- Waldaan Oggummaa Hojii Ijaarsa Pirojektii gamoo Masoob irrattii muuxannoo fi hayyama seeraa Kan qabu fi dhiheessuu danda'u.
- VAT kan galmaa'ee fi ragaa dhiheeffachuu kan danda'u
- Gibira baraa Mootummaan irraa barbaadu kan kafalee fi ragaa dhiheffachu kan danda'u
- Waraqaa ragaa Qaama seerummaa dhiheffachu kan danda'u.
- Waraqaa ragaa dhiyeessummaa dhiheffachu kan danda'u.
- Waraqaa ragaa gahumsa ogummaa (certificate of competency) dhiheffachu kan dan- da'u.
- Adabbii bittaa Mootummaa irraa dhorkamuu dhabuu ragaa dhiheffachu kan danda’u.
- Walitti bu’iinsa faayidaa hinmalle argachuurraa madderraa bilisa taʼuusaa ragaa dhihef- fachu kan danda'u.
- Raawwii hojii isaatin gaarii ta'uu isaa xalayaa ragaa kan qabu.
- Projektii irratti dorgomee moo'atu gahumsaan raawwachuuf humna namaa fi meeshaa gahaa kan qabuu fi kanaafis xalayaa ragaa kan dhihefachuu danda'u.
- Ulaaga gamaaggama madaallii waldaalee irratti gaafannoolee dhihaataniif ragaa qa- batamaa ta'e wal-qasiisee dhiheffachu kan danda'u.
- Dorgomaan kamiiyyuu kabachiissa caal-baasii qarshii 500,000 (kuma dhibba shan) qabsissuu qaba
- Ragaa ijaarsa (sanada hojii) goosa piroojektii tokkoof qarshii 500 (dhibba Shan) waaj/ galii Aanaa ku/calleetti kafaluun ragaa qarshii itti kafale qabachuun Waaj/M/A/K/Cal- lee garee Bittatti dhufee guyyaa 13/02/19 hanga 03/03/19 tti sa'aa hojitti argamuun bitachuu ni danda'a.
- Ragaa (sanda) bite sirrittii ilaalee hoji tokko tokkoof guutuun ida'ama waligalaa- tis kaa'ee, orijinaalaa fi kooppii postaa kophaa kophaatti saamsameen hanga guyyaa 03/03/19 sa'aa 11:00 tti W/M/A/K/Callee kutaa garee Bittaatti sanduuqa caalbaasi- chaaf qophaa'etti galchuu danda'a.
- Caal-baasiin gaafa guyyaa 04/03/19 sa'a 4:00 utti cufamee, guyyuma kana Sa'aa 4:30 tti ifatti banama.
- Dorgomaan moʼate guyyoota 5 (shan) keessatti wal-galtee mallattessee iddoo ijaarsaa qeebalun hojii egaluu qaba.
- Waajjirichi filannoo biraa yoo argate caal-baasicha walakkaas ta'ee gutumaa guututti haquu/dhiisu ni danda'a.
Hub. Yaada dabalataa barbaannaan Lak. Bilbilaa -0940590501 fi 0906020165 Fayyad-amaa.
Waajjira Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee
Tender details
- Deadline: 2026-11-13
- Bid closing time: 10:00
- Bid opening: 2026-11-13 10:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Kurfaa Callee
- Bid bond: Qarshii 500,000.00
- Bid document price: Qarshii 500.00
- Published on: Addis Zemen (Oct 23, 2026)
- Posted at: 2026-10-23T09:44:41.000Z
- Source: Qelal Tenders