Machinery and Equipment

BEEKSISA CAALBAASII KIRAII MAASHINOOTAA FI KONKOOLAATOTAA HOJII IJAARSA FI SUPHAA DAANDIIDHAAPHI OOLAN

Description

BEEKSISA CAALBAASII KIRAA MAASHOONOOTA IJAARSA FI

SUPHAA DAANDIITIIF OOLAN

Godina Kibba Liixaa Oromiyaattii Waajjira Kantiiba Magaalaa Limmuu Gannat Gandootaa Magaalaa Shan Keessattii Daandii Haaraa Saaquu fi Suphuuf Maashinoota Hojii ijaarsa kanaaf barbaachisan Kanneen:-

Machinery Requirement & Capacity for Road Project

No

Tasks Description

Types of  Machine

machine Model

Capacity

 

Productivity year

1

Soft Material (Cut-fill)

Bull-dozer

Caterpillar D-8/9

700HP weight 3710 Kg

above 2020

 

2

Cut-fill irrespective material and camber formation, side drain  and Spreding surface material

Grader

komastu/cat/volvo

 

12-22 TONE COMPACTOR

 

above 2020

 

3

Campaction side borrow material,leveled camberfor mation and compacting surfaced material carriage way

Single Compaction Vibrator

 

HAMM/CAT

 

12-22 TONE COMPACTOR

 

above 2020

 

4

Dumping Material 5<X<10

 

Dump truck

 

Sinotruck

238HP, body capacity 16Cum

above 2020

 

5

Dumping Material 10<X<15

 

Dump truck

 

Sinotruck

238HP, body capacity 16Cum

above 2020

 

 Kanaaf Ulaagaalee Caalbaasii armaan gadii gutuu kan danda'u dorgommii kana irratti hirmaachuu danda'a.

  • Heyyama Daldala Kiraa Maashiinoota kan qabu fi kan Bara kanaa haroomsee.
  • Waraqaa Galmee Galmeessaa Daldalaa dhiheessu danda'u.
  • Dorgomaan kaffalaa taaksii dabalata qabeenyaaf VAT/ galmaa'uu isaa raga Koppii dhiheeffachu danda'u.
  • Dorgomaan Lakkoofsa kaffalaa Gibiira TIN Ragaa Koppií dhiheeffachu danda'u.
  • Tarreeffamaa dhiheessitoota keessatti galmaa'u isaani ibsu Waraqaa Ragaa dhiheessuu qabu.
  • Xalayaa Quiqullummaa Gibiira Bara 2018 kaffaluu isaani ibsu dhiheeffachu kan danda'u.
  • Dorgomtootni kabachiisa caalbaasii Qarshiii 80,000 Ajaja kaffaltii baankiin beekamaan mirkanaa'e (CPO) qabsiisuu Danda'u.
  • Dorgoomtootni Maashinootaa Sanada Caalbaasii irratti tarreeffan hundaa akkasuumas
  • Dumptruch Baayy'ina isaa 8 fi isaa Ol dhiheessuu kan danda'u ta'u qaba.
  • Dorgoomtotni Moo'aatee Maashinootaa Dhiheessuuf Baasiin Boba'aa, Zayitii fi Girisii,
  • Mindaa fi Durgoon Oolmaa Oppiretarootaa fi Konkoolaachistootaa baasiiwwan kanaan wal qabatan karaa kiraassaatiin kan Uuwwifamuu ta'a.
  • Hojii Kanaan Dhaabbata Muuxannoo Hojii qabu hin jajjabeeffamaa.
  • Dorgomaan gocha malaammaltummaa fi qisaasa irraa billisa ta'u,seroota fedeeraala fi Naannoo kan kabajuu fi sanada yaada dorgommii fi sanada caalbaasii waliin uunka jiru irratti waadaa seenuun mallateessu danda'u.
  • Dorgoomtootni caalbaasii gufachiisuuf yaalan Caalbaasii alaa akka ta'aan, gara fuula duraattis bittaa mootummaa irratti akka hin hirmaannee fi kabachiisa caalbaasii qabsiisan kan dhaalamuu ta'u isaa
  • Sanadni yaada dorgommii dorgontootaan dhiyaatu gosa meeshichaa, maqaa oomisheessaa, biyya itti oomishame, lakkoofsa moodeelaa,bara itti oomishame, fi gatii qeenxee facaatii agarsiisuu qabaachuu qaba.
  •  Dorgomtootni caalbaasichi ergaa banamee booda yaada dorgommii caalbaasii dhiyeessan irratti jijjiirama ykn fooyya'iinsa gochuu ykn caalbaasii keessaa bahuu hin danda'an.
  • Dorgoomtootni Sanada yaada dorgoommi dhiheessan irratti Teessoo isaani ibsu, Maqaa
  • Dhaabbata,Teessoo, Bilbiila,Mallattoo fi Chaappaa itti dhahaani dhiheessu qabu.
  • Kireessaan Kireeffataa irraa dhiheessuun fudhatamaa hinqabu.
  • Yeroo Sanada Caalbaasii (Gatiin Caalbaasii) raga'ee itti turu Guyyoota 60 qofa.
  • Sanadoota Caalbaasi Teeknikaal Orjinaalaa fi Financial Orginala qoba qobaattii Samiin Postaan Samsamee akkasuumas waraabbii Teeknikaal fi Financial qoba qobaatti Saamsuun Postaalee Kanneen hunda irratti Orjinaalaa fi Warraabbii jedhamee barreessun Postaa Haadhoo tokkotti Samiin Saamsuun qaama angoo qabuun jmallattaa'ee fi chaappaa Dhaabbatichaa rukutuun dhihaachu qaba. Kabachiisni Caalbaasii CPO'n Qobaatti Saamsuun Haadhoo keessatti ka'aamu qaba.
  • Manni hojii mootummaa bittaa raawwate dorgomaa moo'ataa ta'ee filatame waliin waligaltee osoo hin mallatteesiin dura gatii ittiin mo'ate osoo hin jijjiiriin baayyina dhiyeessi ajaja itti kennuu irraa % 20 hirrisuu ykn dabaluu ni danda'a.
  • Sanada Caalbaasii Qophaa'ee Qarshii hin deebinee 2000 (Kuma lamaa Qofa) Waajjira A/T/Galiiwwan Magaalichaatti kaffaluun, Nagahee ittiin kaffalttan qabaachuun Waajjira Maallaqa Magaalichaa Kutaa Bittaa Lakk---_------ sanada kanaa bitachuu dandeessu.
  • Sanada Caalbaasii Guyyaa beeksifni Gaazeexaa irrattii bahee irraa eegalee Guyyoota Hojii Walittii Aanaan 15 (Kudha Shan)tif qilleensa irra turaa.
  • Sanadni Caalbaasii Guyyaa 16ffaatti Sa'a 4:00 irratti Cuufamuudhaan Guyyuuma Sanaa Sa'aati 4:30 irratti Dorgoomaan ykn Bakka bu'aan bakka jiruttii banamaa. Yoo hin argamnees adeemsa Baniinsaa Caalbaasii kan itti fuufu ta'a. Guyaan Kun Guyyaa Hojii yoo hin taanee Guyyaa Hojii kan ittiaanuutti kan banamuu ta'a.
  • Saanduuqni caalbaasichaa W/ra Maallaqaa B/M/L/Gannatitti argamaa. Eerga caalbaasiin cufamee booda sanadni yadaa dorgomii caalbaasii dhiyaatu kamtinuu fudhatama hin qabu.
  • Qaamni bittaa raawwatu filannoo biraa yoo argate caalbaasiicha guutummaan ykn gar tokkeen haquu dhaaf mirga qaba.

Odeffannoo Dabalataatiif:-

Lakkoofsa Bilbiila 09 25 34 12 57/ 09 17 82 90 78/ 09 53 96 02 76

Godina Jimmaatti W/ra Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Limmuu Gannat


Tender details

  • Deadline: 2026-11-11
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): 16ffaatti Sa'a 4:00 irratti
  • Bid opening: 2026-11-11 10:30
  • Bid opening (note): 16ffaatti Sa'a 4:30 irratti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Jimmaatti W/ra Maallaqaa Magaalaa Guddattuu Limmuu Gannat
  • Bid bond: Qarshii 80,000.00
  • Bid document price: Qarshii 2000.00
  • Published on: Addis Zemen (Oct 24, 2026)
  • Posted at: 2026-10-24T09:02:29.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders