Building Construction
Oromia Bureau of Agriculture:- Nutrition Demonstration Centre Building 1
Description
Please click on this Link in order to Bid on the Electronic Government Procurement website
https://production.egp.gov.et/egp/bids/report/tendering/3969d3dc-a448-402f-8e00-f0c3bfbd5028/open
Reference Number: OBA-NCB-W-0002-2019-BID-Open
Procurement Information
- Procurement Type: Bidding
- Procurement Method: Open
- Market Type: National
- Envelope Type: single envelop
- Category: Works
Procuring Entity
Organization: Oromia Bureau of Agriculture
Contact Information
Address: sarbet
Town: Addis Ababa
Country: Ethiopia
P.O. Box: 00
Post Code: 400
Telephone: +251 9444345
Email: [email protected]
Office: 3rdfloor
Important Dates
- Invitation Date: Oct 27, 2026, 9:00 PM
- Submission Deadline: Nov 16, 2026, 10:00 AM
- Opening Schedule: Nov 16, 2026, 11:00 AM
- Clarification Deadline: Nov 01, 2026, 5:00 PM
Eligibility Requirements
Bid Security: 0 ETB
Qualification Requirements
- Hayyama daldalaa seeraqabeessaHayyama daldalaa kenname yookiin haroomfame waajjira Daldalaa irraa dhihaate dhiheeffachuu qabuReference: Maanuwaalii Ulaagaa Interpiraayizootaa
- Gibira kaffaluu isaa waraqaa qulqullinaaRagaa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kan kennamu (Interpiraayizii haaraa yoo ta’e haaraa ta’uu isaa yookiin gibira kaffaluuf kan hin qaqqabne ta’uu ragaa dhiyeeffachuu qabu)Reference: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa
- Galmee HerregaaWiirtuu kenniinsa Tajaajilaa iddoo tokkoo yookiin Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeessuu qaba.Reference: Maanuwaalii Ulaagaa Maddaallii Interpiraayizootaa
- Waraqaa ragaa Qaama seerummaaWaraqaa ragaa Biiroo yookiin Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa sadarkaan jiraan irraa kenname yookiin haroomfamee dhiyaate.Reference: Maanuwaaluu Ulaagaa Interpiraayizootaa
- Ragaa VAT yookiin TOTRagaa VAT yookiin TOT Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa dhiyeessuu qabuReference: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa
- Bittaa mootummaa irraa kan hin dhorkamne ta’uuBittaa mootummaa kamiyyuu irraa kan hin dhorkamne ta’u ragaa websayiitii yookiin Biiroo Maallaqa Oromiyaan ergamu irraa ilaalamu qabuReference: Maanuwaalii Ulaagaa Mdaallii Interpiraayizootaa
- Bu'aa odiitii herreegaa hojjetameef qabaachuuOdiitii qaama gurmeesseen yookiin odiitara seeraa qabeessan odiitii taaasifamee dhiyaate. Reference: Maanuwaalii Ulaagaa Maddaallii Interpiraayizootaa
- Hirmaannaa dubartootaa fi Dargaggootaa (Participating women and youth)Ragaa qaama gurmeesse irraa dhihaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.Reference: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa
- Dandeettii Hojii RaawwachiisummaaDhaabbilee BLTO irraa ykn qaama leenjii kennuuf beekamtii qabu irraa waraqaa ragaa dhiyaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a/Ejensii Madaallii Gahumsa Ogummaa Oromiyaa fi Qaamolee beekamtii qaban irraa waraqaa ragaa madaallii gahuumsa ogummaa/COC /sadarkaa barnootaa dhiyaate wajjin wal-simuu fi daangaa yeroo kennameef (Validity Date) irra kan hin dabarre ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.Reference: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa
- Aadaa Qusannoo (saving cultures)Gabaasa Bu`aa Odiitii bu’ureefachuun Ragaa Xalayaa baankii /Waldaa Qusannoo yookiin Meeshalee dhaabbii waldichi horate irraa dhihaatu ilaaluun ta`a.Reference: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpriyzootaa
- Muuxannoo Hojii (Work Experience).Ragaa hojjechuu isaa ibsu Qaama kanaan dura hojii hojjechiise irraa chaappaa fi Mallattoon mirkanaa’e dhiyaate ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a/Waraaqaa Ragaa Galataa Qulqullinaan fi yeroon xumuruu isaa Qaama kanaan dura hojii hojjechiise irraa chaappaa fi Mallattoon kan mirkanaa’e dhihaate ilaaluun ta’a. Reference: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa
- Carraa hojii uumuu (Job opportunities)Hojii kana dura hojjeette irratti peeroolii ittiin kaffalame chaappaa interpiraayizichaatiin mirkanaa’e kan qabuu fi Nagahee itti kaffale Biiroo yookiin Waajjira Galiiwwaanii sadarkaan jiraan irraa wal qabsiisuun kan dhiyeeffate ilaaluun kan mirkanaa’u ta’aReference: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa
- Walitti Hidhamiinsa Gabaa (Market Linkage)Qaama Interpiraayizii gurmeesse sadarkaa sadarkaan jiruu fi walitti hidhamiinsa gabaa waliin uumame irraa waliigaltee yookiin ragaa chaappaan mirkanaa’ee dhiyaate ilaaluun ta’a.Reference: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa
- Karoora hojii qopheeffachuu (Planning to execute the assignment)Tartiibaa fi tarreeffama manni hojichaa qopheeffate bu’uura godhachuun Karoora Caccabee qophaa`e chaappaa fi mallattoo dura taa’aa yookiin bakka bu’aa Interpraayizichaan kan mirkanaa’e ilaaluun ta’a.Reference: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa
- Waraqaa ragaa sadarkaa guddina isaanii ibsuBittaa ijaarsaa fi Tajaajila Gorsaa ijaarsaa ilaalchisee waraqaa raga Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeetu, Bittaawwan biroof immoo ragaa qaama dhimmi ilaalu irraa dhiyaatuReference: Maanuwaalii Ulaagaa Madaallii Interpiraayizootaa
Source of Fund
- Treasury
Governing Rule
Oromia National Regional State
Terms and Conditions
The PE has the mandate to eject the bid fully or partially
Tender details
- Deadline: 2026-11-16
- Bid closing time: 10:00
- Bid opening: 2026-11-16 11:00
- Region: Addis Ababa
- Publishing entity: Oromia Bureau of Agriculture
- Buyer's registered address: Sarbet Oromia Bureau of Agriculture Middle Block Floor-3
- Published on: Government (Oct 28, 2026)
- Posted at: 2026-10-28T13:18:07.000Z
- Source: Qelal Tenders