Shoes and Other Leather Products
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaaritti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujee Bara Baajata 2019 tilf kan oolu ykn kan barbaachisu meeshaalee Uffataa dambii Hojjattoota, Meeshaalee barreeffamaa ykn dhumeeyyii Meeshaalee quiqullinaa, Meeshaalee dhaabbata
More tags
Description
Caalbaasii lakkoofsa 01/2019
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaaritti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujee Bara Baajata 2019 tilf kan oolu ykn kan barbaachisu meeshaalee Uffataa dambii Hojjattoota, Meeshaalee barreeffamaa ykn dhumeeyyii Meeshaalee quiqullinaa, Meeshaalee dhaabbataa Elektrooniksii biiroo keessaa fi meeshaalee Farnicharii biiroo keessaa caalbansii ifaadhaan waldorgomsiisee bituu barbaada.
Haala Tarreeffama
Dorgomtoonni tarreeffama Sanada guyyaa beeksifni kun gaazeexaa irratti bahee eegalee guyyoota hojii walitti aanaan 10 keessatti Bulchiinsa Kutaa Magaala Gafarsaa Gujeetti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaala Gafarsaa Baankii Siinqeetti Lakk. Herregaa 1065173571213 waajjira Maallaqa Kutaa Magaala Gafarsaa Gujeetii Gujeetiin baname qarshii hin deebine qarshii 200(dhibba lama) galii gochuun deposit slip waajjira galii kutaa Magaala Gafarsaa Gujeetti gara nagaheetti jijjiiruudhaan sanada caalbasii sa'aatii hojii hunda Mana Murtii (1 Aanaa kutaa Magaala Gafarsaa Gujeetti qaamaan dhuftanii sanada Caalbasii bitachuu ni dandeessu isp
Qajeelfama/Dirqama /Dorgom tootaan)
1.Damichaan eeyyama hojii daldala kan qabanii fi gibira haala qajeelfamaatiin kan kaffalanii eeyyama daldala isaanii kan haaromsan kanaaf ragaa dhiyeessuu kan danda'an.
2.lakkoofsa addaa baasaa Kaffalaa gibiraa/Tax payer registration no/certificate/ kan qabanii fi raga dhiyeessuu kan danda'an
3.Taksii dabalataa(VAT) galma'aa fi waraqaa ragaa galma'umaa kan qabu Akkasumaas dorgomtoonni weebsaayitii galmee dhiyeessummaa Misinisteera Maallaqa Feederaalaa ykn Biiroo Maallaqa Naannoo ykn Ejensii bittaa fi Dhabamsiisa qabeenyaa irratti kan galmaa'anii fi yeroo ammaa weebsaayitii irratti galma'aa ta'uu isaanii kan ibsu ragaa koppii dhiyeeffachuu qabu
4.Dorgomitoonni kamiyyuu kabachiisa caalbasii baankiin kan mirkana'e/ragga'e/CPO qarshii 50,000 (kuma shantama) sanada waliin dhiyeessuuf dirgama qabu
5.Dorgomtoonni (Mo'atoon) waliigaltee yemmuu mallatteessaan kabachiisa waliigaltee wabummaa baankiim irraa mirkana'e CPO (Wabummaa % 10) qabsiisuu isaan barbaachiisa.
6.Dorgomaan kamiyyuu caalbasii erga mo'atanii booda meeshaalee mo'atan hunda geejjibaa isaanii fi baasii isaaniitiin iddoo waajjirichi qopheesseetti dhiyeessuu qabu
7. Dorgomtoonni kamiyyuu gatii sanada caalbasii waajjirichi qopheesse irratti guutuu qabu 8.Dorgomtoonni caalbasichi erga banameen booda sanada caalbasii irratti jijjiirama ykn fooyya'insi gochuu (+ ykn caalbasii keessa bahuun hin danda'amu
9. Dorgomtoonni meeshaalee bitaman haala Ispeesifkeeshinii kennameefin guute yoo dhiyeessuu baate fi dogongorri kamiyyuu yoo uumame itti gaafatamummaan kan dhaabbata dhiyeessichaa/dorgomaa/ ta'uu beekuu qabu
10. Dorgomaan caalbasii mo'atee waliigaltee erga seenee booda guyyoota hojii walitti aanaan 10(kudhan ) keessatti meeshaalee galii gochuu qaba. Yeroo jedhame keessatti galii gochuu yoo baate waliigaltee kennaan haala qajeelfamaatiin tarkaanfii kan fudhatu ta'uu beekuu qabu
11. Dorgomaan kamiyyuu Ispeesifkeeshinii meeshaalee gatii kenne ittiin injifateen ala filannoo biro dhiyeessuu hin danda'u
12. Dorgomtoonni gatii ittiin dorgomaan sanada caalbaasii irratti guutuudhaan Orginalaa fi koppiidhaanadda baasuun Poosxaa saamsuudhaan Caalbaasii guyyaa gaazeexaa irratti bahee jalqabee guyyaa hojii walitti aanaan hanga guyyaa 11tti ganama irraa sa'aatii 4:00tti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujeetti Saanduqa dhimma kanaaf qophaa'e keessa galchuu ni dandeessu.
13. Caalbasichi guyyaa 11ffaa guyyaa keessaa sa'aatii 4:00 irratti Cufame guyyuma sana Sa'aatii 4:50 irratti bakka dorgomtoonni ykn bakka bu'ootni dorgomtootaa seera qabeessa ta'an bakka argamanitti ni banama.
14. Dorgomtoonni meeshaalee dhiyeessan guutumaan guutuutti Orginaala ta'u qaba.
15. Dorgomtoonni ykn bakka bu'ootni dorgomtootaa seera qabeessa ta'an hundi baninsa caalabsii irrattis yoo hin argamne Caalbasicha hin guufachisu.
16. Manni Martii Aanaa Mala/Tooftaa fooyya'aa /filannoo/ biroo yoo argate caalbasicha walakkeessanis. ta'e guutumaan guutuutti haquu mirgi isaa kan eegameedha. Odeeffannoo Dabalataaf Lakk.Bilbila +251-112- 61-56-90 ykn 09-12-90-53-50
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujee
Tender details
- Deadline: 2026-11-10
- Bid closing time: 10:00
- Bid closing (note): Guyyaa 11ffaa Sa,aatti 4:00tti
- Bid opening: 2026-11-10 10:50
- Bid opening (note): Guyyaa 11ffaa Sa,aatti 4:50tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Gafarsa Gujee
- Bid bond: Qarshii 50,000.00
- Bid document price: Qarshii 200.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 29, 2026)
- Posted at: 2026-10-30T08:42:52.000Z
- Source: Qelal Tenders