Transportation Service

Bulchinsa Biyyolessaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Kibba Lixa Oromiiyattii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yaayyoo bara baajataa 2019 keessatti Seekteraalee Anicha keessaatti argamnaiif Konkoolaata Fe'isa fandii adda adda fi namoota Magaalaa, Aanaa fi gand

Description

Beeksisa Caalbaasii

Bulchinsa Biyyolessaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Kibba Lixa Oromiiyattii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yaayyoo bara baajataa 2019 keessatti Seekteraalee Anicha keessaatti argamnaiif Konkoolaata Fe'isa fandii adda adda fi namoota Magaalaa, Aanaa fi gandoolee baadiyyaatti beeksisa caalbaasii ifaa dhaan wal dorgomsise geejjibsisuu barbaada.

Dorgomtootni ulaagaalee armaan gadi guutuu dandeessanu akka dorgomtan isin beeksifna.

1. Hayyama hojii daldalaa konkolaataa fe'isa gogaa fi Uummata daddeebisaa irratti kan qabu.

I. Gibira Mootummata irra jiru kaffale xumurun hayyama hojii daldalaa bara 2019 kan haaromsate.

2. Dorgomtootni kabachisa caal baasiitif qarshii 50,000(kuma shantama) CPO hojjechise sanada caal baasii irratti qabsisuu dhiyeessu kan danda'u.

3. Waraqaa abbaaqabeenyummaa(Liibiree) fi waraqaa inshuraansii koppiigochuun sanada caalbaasii irratti wal qabsisee dhiyeessu kan danda'au.

4. Ibsa tarreeffame sanda caal baasii guyyaa Gaazexaa kallacha Oromiyaa irratti bahu eegalee guyyoota hojii 15(kudhaa shan) walitti aanuu qarshii hin deebinu qarshii 500(dhibba shan) kaffalun sanda caalbaasii waj / Maallaqaa Aanaa yaayyoo irraa bitachuu ni dandessu.

5. Sandni dorgommii haqaa fi laqaa qabachuu hin qabu, kan dubbifamu ta'u qaba.

6. Dorgomtotni caal baasii mo'atan guyyaa firiin xalayaa ibsamu irraa eegalee guyaa 10(kudhan) giddutti qaamaan dhiyaachuun raawwii hojii gaariiittif gatii caal baasii itti mo'atan qarshii kabachisa waliigaltee % 10 wabii qabsisuun waliigaltee qabu.raawwachuu.

7. Caal baasiichi ragga'e kan turu guyyaa 60( jatamaf) ni ta'a.

8. Dorgomtootni guyyaa mo'ata caal baasii ta'ani waliigaltee erga raawwatani booda konkolaataan yemmuu hojiidhaaf barbaadamu guyyaa fi sa'aatii jedhamatti dhiyeessuu kan danda'an ta'u qabu.

9. Dorgomtoota sanada caal baasii irratti gati guutuun yeroo hunda guyyaa hojii Mootummaa sanduqa caal baasii waj/ Maallaqaa Aanaa yaayyoo qophaa'e keessatti guyyaa 15ffaa hanga sa'atii 11:30 tti galchuu qabu.

10. Caal baasicha guyyaa beeksini bahe irraa eegale guyyaa 15 walitti aanee jiru erga qilleensa irra ture booda guyyaa 16ffa ganama keessaa sa'atii 4:00 irratti xumurame guyyaa sana sa'atti 4:30tti bakka dorgomtootni yoo kiin bakka bu'anii seera qabessaa ta'an argamanitti kan banamu ta'a Guyyaan banisa caal baasii yoo guyyaa ayyaanaa irraa oole guyyaa hojii itti aanutti darbe banamu ta'a.

11. Waajjirrachi filannoo fooyya'aa arganaan caal baasicha guutumaan guututti ykn gar tokken haquuf mirga guutuu qaba. Odeeffanoo dabalataf lakkk. Bibilaa 047 333 0352

Godina Kibba Lixa Oromiiyattii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yaayyoo


Tender details

  • Deadline: 2026-11-23
  • Bid closing time: 10:30
  • Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa Sa,aatti 4:00ttii
  • Bid opening: 2026-11-23 10:30
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa Sa,aatti 4:30ttii
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Kibba Lixa Oromiiyattii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yaayyoo
  • Bid bond: Qarshii 50,000.00
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Nov 05, 2026)
  • Posted at: 2026-11-06T07:55:33.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders