Vehicle

Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godiina Kibba Lixa Oromiyaattii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yaayyoo bara baajataa 2019 keessatti Hojii suuphaa dandii Gandaa adda-addaa Anichaa keessa: tti argamnaiif kiraa mashiina adda adda beeksisa caal baasii ifaa dhaan wal do

Description

Beeksisa Caalbaasii 

Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godiina Kibba Lixa Oromiyaattii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yaayyoo bara baajataa 2019 keessatti Hojii suuphaa dandii Gandaa adda-addaa Anichaa keessa: tti argamnaiif kiraa mashiina adda adda beeksisa caal baasii ifaa dhaan wal dorgomsise kireefachu barbaada.

Dorgomtootni ulaagaalee armaan gadi guutuu dandeessanu akka dorgomtan isin beeksifna.

1. Hayyama hojii daldalaa kiraafachu fi kireesuu mashina adda-addaa irratti kan qabu.

2. Gibira Mootummata irra jiru kaffale xumurun hayyama hojii daldalaa bara 2019 kan haaromsate.

3. Dorgomtootni kabachisa caal baasiitif qarshii 100,000( kuma dhibaa tokko) CPO hojjechise sanada caal baasii irratti qabsisuu dhiyeessu kan danda'u.

4. Waraqaa abbaa qabeenyummaa (Liibiree) fi waraqaa inshuraansii sanada caalbaasii irratti wal qabsisee dhiyeessu kan danda'au.

5. Ibsa tarreeffame sanda caal baasii guyyaa Gaazexaa kallacha Oromiyaa irratti bahu eegalee guyyoota hojii 15(kudhaa shan) walitti aanuu qarshii hin deebinu qarshii 500(dhibba shan) kaffalun sanda caal baasii waj / Maallaqaa Aanaa yaayyoo irraa bitachuu ni dandessu.

6. Sandnii dorgommii haqaa fi laqaa qabachuu hin qabu, kan dubbifamu ta'u qaba.

7. Dorgomtotni caal baasii mo'atan guyyaa firiin xalayaa ibsamu irraa eegalee guyaa 10(kudhan) giddutti qaamaan dhiyaachuun raawwii hojii gaariiittif gatii caal baasii itti mo'atan qarshii kabachisa waliigaltee % 20 wabii qabsisuun waliigaltee raawwachuu qabu.

8. Caal baasiichi ragga'e kan turu guyyaa 60( jatamaf) ni ta'a.

9. Kiraa mashiina dhiyeesuuf debisuu gandaa tokko gara gandaa biraatti kan dedeebisuu basii hunaa danda'ee

10. Mo'aatan kan adda ba'u ida'ama mashinoota gatii waliigalaa vat dabaalate kan mashinoota (1_5) jiraniif kan sinoo truck average gatii gatii waaligala dhiyeese ta'a

11. Dorgomtoota sanada caal baasii irratti gati guutuun yeroo hunda guyyaa hojii Mootummaa sanduqa caal baasii waj/ Maallaqaa Aanaa yaayyoo qophaa'e keessatti guyyaa 15ffaa hanga sa'atii 11:30 tti galchuu qabu.

12. Caal baasicha guyyaa beeksini bahe irraa eegale guyyaa 15 walitti aanee jiru erga qilleensa irra ture booda guyyaa 16ffaa ganama keessaa sa'atii 4:00 irratti xumurame guyyaa sana sa'atti 4:30tti bakka dorgomtootni yoo kiin bakka bu'anii seera qabessaa ta'an argamanitti kan banamu ta'a Guyyaan banisa caal baasii yoo guyyaa ayyaanaa irraa oole guyyaa hojii itti aanutti darbe kan banamu ta'a.

13. Waajjirrachi filannoo fooyya'aa arganaan caal baasicha guutumaan guututti ykn gar tokken haquuf mirga guutuu qaba

Odeeffanoo dabalataf lakkk. Bibilaa 47 333 0352 irratti bilbiluun gaafachuu ni danda'ama.

Saandaa caalbasii suphaa dandii

TL

 

Gosas  Manshinaa

 

Moodela

 

Humnas maashinichaa

 

Bara mashinichaa  itti oomishame

Baayinaa  Maashina barbaadamuu

 

Baayinaa  sa'atii/ guyyaa fi biyaajoo

Bayyinaa mashinaa  barbaadamu

 

Gatii sa'atii tokkoo VAT dabalate

 

Gatil walii  gala VAT dabalatee

1

Gireeder

 

cutter piller

40HP

 

2012 booda

 

Sa'atii

 

1

300

 

 

2

Iskanvaater

 

cutter piller

40HP

 

2012 booda

 

Sa'atii

 

1

200

 

 

3

Loader

 

cuter piller

40HP

 

2012 boods

 

Sa'atii

 

1

200

 

 

4

Rualloo Alvaayibireetaraa

cutter piller

 

16 tone

 

Sa'atii

 

1

300

 

 

5

Bontee (shawer truck)

DYN

 

10,000 Li

 

 

2010 boods

 

guyyaa

1

Guuyyaa 30

 

 

6

Sino truck

sino

16m3

2010 boods

 

biyaajoo

4

0-6km 200  6-12km 200  12-18 km 100

 

 

Godina Kibba Lixa Oromiiyattii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yaayyoo


Tender details

  • Deadline: 2026-11-23
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa Sa,aatti 4:00tti
  • Bid opening: 2026-11-23 10:30
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa Sa,aatti 4:30tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Kibba Lixa Oromiiyattii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Yaayyoo
  • Bid bond: Qarshii 100,000.00
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Nov 05, 2026)
  • Posted at: 2026-11-06T08:14:40.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders