Construction Machinery

Beeksisa Caal-baasii Marsaa 1ffaa Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Sandaafaa Bakkee calbaasii ifaa kiraa doozarii dorgomsiisee hojii cirracha oomishuu (Gravel material production) bara baajataa 2019 hojjetamuuf maashinarii hojii kanaaf barbaachisu

Description

Beekisaa Caalbaasii marsaa 1ffaa bara 2019

Beeksisa Caal-baasii Marsaa 1ffaa Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Sandaafaa Bakkee calbaasii ifaa kiraa doozarii dorgomsiisee hojii cirracha oomishuu (Gravel material production) bara baajataa 2019 hojjetamuuf maashinarii hojii kanaaf barbaachisu dorgomtoota ulaagaalee armaan gadii guutan waliin dorgomsiisee kireeffachuu barbaada.

Ulaagaaleen barbaachisan:-

1.Eeyyama kiraa maashinarii kireessuu kan qabuu fi eeyyama isaas kan haaromsate.

2. Gibira bara 2018 kan kanfalee fi waraqaa qulqullummaa Waajjira Galii Irraa kan dhiyeeffatu,

3. Galmaa'aa VAT kan ta'e,

4. Yoo mo'ate "withholding tax 3%" kanfaluuf kan fedha qabu,

5. Dozer (Caterpillar D8R) modeela bara 2010 fi isaa ol akkasumas,humna fardaa 305 fi isaa ol kan qabu dha,

6. Dorgomaan bakka hojiitti maashina dhiyeessuun baasuu fi buusuu, boba'aa dhiyeessuu fi dhimmoota maashinarii waliin walqabatan hunda raawwachuuf fedhii kan qabu,

7. Sanadicha Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Sandaafaa Bakkee Kutaa Bittaa irraa maallaqa hin deebine bankii sinqee lakk. Accauntii 1045025371211 irraattii qarshii 1000 (kuma tokko) kanfaluun sanadaa caalbaasii kutaa bittatii bitachuu ni dandeesu.

8. Sanadichi poostaa tokkoon (mother envelope) dhaan kan dhiyaatu ta'ee keessa isaattii sanada orijinaalaa fi koppiin kopha kophaatti saamsamuun chaappaa fi mallattoo seera qabeessa kan qabu ta'uu qaba.

9. Caalbaasichi guyyaa Gaazexaa Addis Zaman irratti bahe irraa eegalee guyyaa hojii (21) digidamii tokko guyyoota hojii walitti aananiif gilleessarra kan turu ta'ee gafaa guyyaa 21f guyyaa hojii kan banamuu ta'a.

10. Caalbaasichi gaafa guyyaa hojii digidamii tokko (21) ganama sa'aatii 4:00 irratti cufamee gaafuma kana sa'aatii 4:30 tti bakka dorgomaan yookin bakka bu'aan seera qabeessi argamanitti ni banama.

11. Waajjirichi haala mijataa yoo argate caalbaasicha guutummaan ykn gar- tokkeen haquu ni danda'a.

12. Kabachiisa caalbaasii ykn CPO qarshii kuma dhibba tokko (100,000) kan qabsiisuu ta'uu. Odeeffannoo dabalataaf:- 09-23-79-49-58 /kanaan bilbiluun gaafachuu ni dandeesuu.

Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Sandaafaa Bakkee


Tender details

  • Deadline: 2026-12-02
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): (21) ganama sa'aatii 4:00 irratti
  • Bid opening: 2026-12-02 10:30
  • Bid opening (note): (21) ganama sa'aatii 4:30 irratti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjirra Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Sandaafaa Bakkee
  • Bid bond: Qarshii 100,000.00
  • Bid document price: Qarshii 1000.00
  • Published on: Addis Zemen (Nov 09, 2026)
  • Posted at: 2026-11-09T11:10:38.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders