Cleaning and Janitorial Equipment and Service
Beeksisa Caalbaasi Ifaa Biyyoolessaa (Bittaa Meeshaalee Hojii Addaa, Meeshaalee Duraa fi Tajaajiloota Garagaraa)
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasi Ifaa Biyyoolessaa
Waajjirri Karooraa fi Maallaqaa Godina Lixa Oromiyaa Waajjiroolee isaan jalaa tajaajila argataniif
- meeshaalee barreeffamaa,
- Meeshaalee dhaabbii (furniture),
- Meeshaalee Elektrooniksii,
- Gommaa konkolaataa fi mootersayiikilii,
- Meeshaalee ijaarsaa,
- uffata seeraa,
- meeshaalee qulqullinaa,
- gatii hodhaa uffata seera hojjettoota, Maxansaalee Aadda adda, Suphaa konkolaataa fi moter saykilii,
Nyaata Barattootaa, Midhaan dheedhii fi biilaa,Mi'eessituu adda addaa, Midhan daakasisuu feesisuu fi buusisuu,Nyaata Horii fi akkaataa barbaachisummaa isaatti nyaata bilachaatee barataaf dhiyaatu, Qoraan(Gindillaa) kallattin eyyama hojii daldaalaa qaban hunda wal dorgomsisee caal baasii ifaatiin (bituu) barbaada. Kanaafuu Dhaabbileen dhu- unfaa fi Waldaaleen (IMX) kan ulaagaa armaan gadii guutuu dandeessan dorgomuu ni dandeessu.
1. Eeyyama kallattii kan qabu.
2. Eeyyama haaromfamee kan qabu,galma'aa VAT kan ta'e,TIN No.kan qabu,Waraqaa ragaa dhiyeessummaa kan qabu.
3. Waraqaa qulqullinaa waajjira Galii Godinaa, Magaalaa fi aanaa irraa kan dhiyeeffachuu danda'uu.
4. Muuxannoo gahumsa dhiyeessummaa kallattiin dhaabbata mootummaa bittaa waajjira Mallaqaa irraa ragaa barreeffamaa dhiyeeffachuu kan danda'uu ykn Waraqaa galatoomaa Waajjira Maallaaqaa bittaa rawwatu sadarkaa Godinaa,Naannoo Ykn Federaalaa irraa ragaa dhiyeeffachuu kan danda'u.
5. Dorgomtootni Kallatti eyyama isaanitiin tokkon tokkoo Sanada caal-baasii ittiin maallaqa hin deebine Qar. 1500 (kuma tokko fi dhibba shan) kaffaluun beeksifni guyyaa Addis Zemen Ykn Bariisaa Gaazexaa irratti maxxanfamee irraa ee galee guyyoota hojii 15 (kudha Shan) keessaatti kan fudhatu.
6. Dhaabbanni Dorgomaa ta'e kamuuWabii Kabachisa Caalbaasii Qar. 100,000.00 (kuma dhibba tokko) Wabii baankii haala irratti hin hundoofnee qofaan dhiyeeffachuu kan qabu.
7. Dorgomtootni sanada caalbaasiichaaf qopha'ee Orjinaala Teekinika fi Faayinaansii orijinaala poostaa adda addaan akkasumasa Kooppii tekiniikaa fi Faayinaansii Poostaa adda addaatti samiidhaan(gagaadhaan) saamsun walii galaa iddoo tokkotti kan olitti ibsame poostaa guddaa tokko keessattii sanada gurguramee tokoon tokkoo sanadichaa irratti mallattoo taasisuun, maqaa dhaabbataa, Maqaa hogganaa ykn qaama aangoo qabuun guutuun, chaaphaa fi teessoo barbaachisu irrattii barreessuun gaafa guyyaa hojii beekssinii kun gaazexxa irratti maxxanee ka'ee guyyaa 16ffaattii sa'a 4:00tti galee gaa- fuma sana ganama sa'atii 4:30tti banama. Hata'u malee akka tasaa ta'ee guyyaan sanadai galuu fi baninsi guyyaa hojii moo- tummaatiin ala yoo ta'ee guyyaa hojii itti aanuu kan itti fufee rawatuu ta'ee dorgomaan jiraatuus jiraachuu baatuus baninsaa caal baasii hin dangeessu.Dorgomaan baasii mataa isaan waan mo'ee kuusaa galchuu qaba.
8. Dorgomaan mo'atee kabachisaa waliigaltee 10% bittaa walii galaa keessaa rawwachuu ni dirqama.
9. Waajjirichi carraa biraa yoo argate caalbaasicha guutummaa guutuutti ykn gar-tokkee isaa haquuf mirgi isaa kan eegamedha.
Odeeffannoo Dabalataaf Lakk. Bilb.
09 55 67 55 30 WKMGLO
Waajjira Maallaqaa Godina Wallagga Bahaa
Tender details
- Deadline: 2026-11-30
- Bid closing time: 10:00
- Bid closing (note): guyyaa 16ffaattii sa'a 4:00tti
- Bid opening: 2026-11-30 10:30
- Bid opening (note): guyyaa 16ffaattii sa'a 4:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Godina Wallagga Bahaa
- Bid bond: Qarshii 100,000.00
- Bid document price: Qarshii 1500.00
- Published on: Addis Zemen (Nov 11, 2026)
- Posted at: 2026-11-12T08:04:05.000Z
- Source: Qelal Tenders