Yuuniyeenii HG Q/B Soor Gabbaa Xaa'oo Tajaajjilaan Alaa ta'e gosa adda addaa Mana Kuusaa Qaama (Dhaabbata) Xaa'oo Tajaajjilaan alaa ta'e bituuf Hayyama moottummaa irraa argate qabu dorgomsiisee gurguruu barbaada.
Description
Beeksisa Caalbaasii Gurgurtaa Xaa'oo Tajaajjilaan Alaa ta'e ilaallaata. isaa keessaa qabu
Yuuniyeenii HG Q/B Soor Gabbaa Xaa'oo Tajaajjilaan Alaa ta'e gosa adda addaa Mana Kuusaa Qaama (Dhaabbata) Xaa'oo Tajaajjilaan alaa ta'e bituuf Hayyama moottummaa irraa argate qabu dorgomsiisee gurguruu barbaada. Kanafuu,ulaagaalee armaan gadii kan guuttan hunduu dhiyaatanii dorgomuu dandeessu.
Ulaagaalee barbaachisan
1. Qaama (Dhaabbata ) Xaa'oo Tajaajjilaan alaa ta'e bituuf Hayyama moottummaa irraa argate qabu
2. Gibra mootummaa bara 2018 fi hayyama haroome kan dhiyeefachuu danda'u.
3. Galmee dhiyeessitootaa keessatti kan galma'ee beekamu.
4. Galma'aa VAT kan ta'ee fi TIN dhiyyeefatu.
5. Qaamni dorgommii mo'atee mo'uu isaa ergaa beeksifamee guyyoota 5(shan) gidduutti waliigaltee raawwaachuun qarshii gatiin ittiin mo'aatee lakkoofsa herreega Baankii yuniyeenii Q Bultoota Soorgabbaa bankii Daldaalaa 1000025482267 ykn Bankii Hojii Gamtaa Oromiyaa 1000002434238 irratti galchuun raga dhiyeessuu kan danda'u.
6. Qaamni moo'ate guyyaa waliigaltee raawwatu keessatti kan geejjibatee xumuruu danda'u.
7. Sanada caalbaasii qarshii hin deebinee qar.500 (dhibbba shan) lak.herreega yuniyeenichaa armaan olitti ibsame keessaa tokkotti galchuun naga'ee dhiyyessun sanada waajjira yuniyeenii M/Mattuutti argamuu irraa bitachuu kan danda'u.
8. Kabachiisa caalbaasii 10% gatii waliigaa dhiyyeesse irraa CPO Baankii irraa qabsisa kan dhiyyeessu.
9. Gatii fe'uu fi buusuu ofiif kan kaffalatu.
10.Gatii ka'uumsa gurgurtaa kuntaala tokkoo qarshii 4500 (kuma afuriif Dhibba shan)yeroo ta'u
11. Unkaa gatii qophaa'ee dhiyyaate irratti guutee kan dhiyeessu.
12.Guyyaan turtii caalbaasichaa gaafa maxxanfamee kaasee guyyaa hojii walitti Aanan 15(kudha shan) keessatti kan bitatu
13.Gaafa guyyaa 16ffaa bakka dorgomtootni ykn bakka bu'oonni fi koreen jiranutti sa'atii 4:00 irratti saanduqaa caalbaasii galchuun sa'aatii 4:30 irratti ni banama. Kabachiisa waliigaltee waliigaltee 10% kan dhiyyeefatu. Ulaagaa tarrefame kanaa kan guuttan dhiyaattanii dorgomuun Xaa'oo gosa adda addaa tajaajilaan alaa bitachuu dandeessu.
Yuuniyeenii HG Q/B Soor Gabbaa
Tender details
- Deadline: 2026-04-27
- Bid closing time: 10:30
- Bid closing (note): guyyaa 16ffaa sa,aatii 4:00tti
- Bid opening: 2026-04-27 10:30
- Bid opening (note): guyyaa 16ffaa sa,aatii 4:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Yuuniyeenii HG Q/B Soor Gabbaa
- Bid bond: 10%
- Bid document price: Qarshii 500.00
- Published: Apr 09, 2026
- Posted at: 2026-04-17T07:14:36.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.