Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Konkolaataa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

Himataan A/Alangaa Waliigalaa Oromiyaa fi himatamaa Obbo Zannabaa Balaay jidduu falmii yakka dhorkaa jiru ilaalchisee Konkolaataa manaa Gosa Awutomobl Lakk. Gabatee AA-03-B59937,Lakk. Shaansiin MA3TFC62S00181411,Lakk.Motoraa K10CNC127441 ta'e,maqaa himatamaa Zannabaa Balaayiin galmaa'ee galmaa'ee jiruufi Mooraa Komishinii Poolisii Oromiyaa keessa jiru, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,124,775.03n gaafa 26/08/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti bakka konkolaataan kun itti argamu mooraa Komishinii Poolisii Oromiyaatti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan dhiyaattanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-05-04
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-05-04 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Waliigala Oromiyaa
  • Published: Apr 16, 2026
  • Posted at: 2026-04-17T08:40:38.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders