Aanaan Akaakoo mana Abbichuu bargamoo gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa caalbaasii baargamoo
Aanaan Akaakoo mana Abbichuu qabeenyaa Aanichaa Kan ta'ee, zooni mana Abbichuu iddoo addaa mana barumsaa fuullee baargamoo jiru bargamoo jenaraal jedhamee wamamuu balinnisaa tilmamaan hektaara 18 kan ta'u, caalbasiidhaan dorgomsiisee gurguruu waan barbaduuf namoonni ulaagaa armaan gadii guuttan dorgomuu ni dandeessu. Ulaagaa dorgoommii
1. Heeyyama daldalaa kan bara 2018 kan haaromfatee fi lakk. TIN dhiyeeffachuu kan danda'u
2. kabachiisaa caalbaasii qarshii 100,000 qabsisuu kan danda'
3. Guyyaan caalbaasii gaafa 15/09/2018 ganama keessaa sa'aattii 3;00 - 4:00 waajjira Aanaa Akaakootti caalbaasiin ni banama
4. Baargamoo kana barbaadu yoo jiraate qaamni guyyaa ilaaluu hojii mootummaa agarsiisuuf heeyyamamadha
5. Aanaan filannoo biraa yoo argate caalbasicha guutumaan guututti ta'ee gartokkeen haquuf mirgani qaba.
Aanaan Akaakoo mana Abbichuu
Tender details
- Deadline: 2026-05-23
- Bid closing time: 10:00
- Bid opening: 2026-05-23 10:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Bulchiinsa Aanaa Akaakoo M/Abbichuu.
- Bid bond: Qarshii 100,000.00
- Published: May 14, 2026
- Posted at: 2026-05-15T08:39:11.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.