Yuuniyeenii WHGQB Erar Meeshaalee adda addaa tajaajila kennaa turan(moofaa) gurguruuf bahe Yuuniyeniin WHGQB Erar meeshaalee adda addaa tajaajila adda addaaf ittin fayadamaa ture(moofaa) caalbaasiidhaan dorgomsiisee gurguruu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii

Meeshaalee adda addaa tajaajila kennaa turan(moofaa) gurguruuf bahe Yuuniyeniin WHGQB Erar meeshaalee adda addaa tajaajila adda addaaf ittin fayadamaa ture(moofaa) caalbaasiidhaan dorgomsiisee gurguruu barbaada.

Haaluma kanaan Dhaabbilee Heeyyama daldalaa seera qabeessa ta'e fi gibira kan kanfalanii fi Galmaa'aa VAT kan ta'an dorgomuu danda'u.

1. Sanada caalbaasichaa guyyaa beeksisi bahe irraa eegalee guyyoottan hojii kudha shan keessatti Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa lakk. Herregaa yuuniyeenichaa 1000000769553 tti qarshii 600.00(dhibba jaha) galii gochuun waajjira yuuniyeenichaa lakk. Kutaa 07 tti dhiyaachuun bitachuu danda'u.

2. Sanada caalbaasichaa Technical & Financial of eeggannoon guutuun orijinaalaa fi koppii adda addaatti samsuun guyyaa hojii 15ffaa sa'aatii 8:00 irratti saanduqa caalbaasichaaf qophaa'e keessatti galchuu qabu. Caalbaasichi guyyuma sana sa'aatii 8:15 irratti dorgomtoonni ykn bakka bu'oonni seeraa isaanii bakka argamanitti banama.Guyyaan caalbaasichi banamu guyyaa ayyaanaa ykn guyyaan hojii idilee yoo hin jirre ta'e barii sa'aatii walfakkaataatiin banama.

3. Dorgomtoonni Kabachiisa caalbaasii gatii waliigalaa keessaa %5 CPO qofaan qabsiisuu qabu.

4. Yuuniyeenichi caalbaasicha walakkaan ykn guutuudhaan haquuf mirga qaba.

Odeeffannoo Dabalataaf Bilb.: 0930 732 519 / 0910 341 640

Bishooftuu

Yuuniyeenii WHGQB Erar


Tender details

  • Deadline: 2026-06-15
  • Bid closing time: 14:00
  • Bid closing (note): Guyyaa hojii 15ffaa sa'aatii 8:00
  • Bid opening: 2026-06-15 14:15
  • Bid opening (note): Guyyaa hojii 15ffaa sa'aatii 8:15
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Yuuniyeenii WHGQB Erar
  • Bid bond: 5%
  • Bid document price: Qarshii 600.00
  • Published: May 29, 2026
  • Posted at: 2026-05-29T08:20:36.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders