Biiroo Invastimantii fi Indastrii Oromiyaa Meeshalee Biiroo keessa gosa adda addaa tajaajjila alaa Caalbasii ifaadhaan Wal-dorgomsiisee gurguruu barbaada
Description
Beeksiisa Caalbasii Ifaa Gurgurtaa
Lakka BIIO/57/392/2018
Caalbaasii Ifaa Gurgurtaa Lakk. BIIO/57/392/2018
Biiroo Invastimantii fi Indastrii Oromiyaa Meeshalee Biiroo keessa gosa adda addaa tajaajjila alaa Caalbasii ifaadhaan Wal-dorgomsiisee gurguruu barbaada kanafuu dorgomtoota caalbaasicha irratti dorgomuu barbadaan guyyaa beeksiifne kun Gaazexaa Kallacha Oromiyaarratti maxxanfamee baherraa eegalee waxabajjii 11/2018 sanadaa caalbasii bitachuu kan dandeessan yamuu ta'u:-
1. Teessoon Biirichaa Finfinee Sarbeetii Addababaayii Pushikiin karaa Qeeraa deemuu irra gara Mirgaa Caffee cinaa Dayreektareetii Bittaa fi Bulchiinsaa Qabeenya Biiroo keenya Darbii 1 ffaa Kutaa Qabduu Maallaqaatti dhiyaachuun Qarshii 100.00(dhibba tokko) kan hin deebinee kanfaluun sanadicha kutaa qabduu mallaqattiin dhiyachuun bitachuu ni dandeessu
2. Sanada caalbasii bitachuu kan dandeessan guyoota hojii yeroo hunda ganama sa'aatii 2:30 hanga 6:30 sa'aatii booda 7:30 - 11:00tti qofa dha.
3. Haalii qabeenyichaa ilaalchisee hangaa Waxabajjii 25/10/2018tii guyyoota hojii yeroo hunda ganama sa'aatii 2:30 hanga 6:30 fi sa'aatii booda 7:30-11:00tti qofa haala sanada caalbaasii keessati ibsameen dhiyaachuun ilaaluu ni dandeessu.
4.,Dorgomtoonni sanada yaada dorgoommi ykn gatii guyyaa beeksiifnii kun bahee kaasee hanga Waxabajjii 25/2018 sa'aatii 4:30 W.D Poostaa (envelop) saamsameen dhiheessanii sanduqa caalbaasiif qopheessee keessa galchuu qabu.
5. Dorgomiin gatii ka'umsa sanduqaa caalbasii irra dhibantaa kudhan(10%) kabachiisa wabii caalbasii (CPO) baankiin mirkana'ee qopheessun Poostaa gaaffii yaada dorgommii qopha'ee keessa galchuun dhiyeessuu qabu.
6. Caalbasiichi waxabajii 11/2018 sa'aatii 4:30 W.D itti ufamuunsana sa'aatii 4:45 W.D bakka dorgomtonni bakka butoonni seera qabeessa isaanii argamantiiti ifaan ni banama.
7. Mana hojichaa filannoo biroo yoo argatee caalbasicha gara tokko ykn gutummaan guutuutti mirgii isaa kan eegamee dha.
Biiroo Invastimantii fi Indastrii Oromiyaa
Tender details
- Deadline: 2026-07-18
- Bid closing time: 10:45
- Bid closing (note): waxabajii 11/2018 sa'aatii 4:30
- Bid opening: 2026-07-18 10:45
- Bid opening (note): waxabajii 11/2018 sa'aatii 4:45
- Region: Oromia
- Publishing entity: Biiroo Invastimantii fi Indastrii Oromiyaa
- Bid bond: 10%
- Bid document price: Qarshii 100.00
- Published: Jun 18, 2026
- Posted at: 2026-06-19T10:22:13.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.