East Showa Zone Finance Office Procurement of Deep Water Well Drilling Works
Description
Please click on this Link In order to Bid on the Electronic Government Procurement website
https://production.egp.gov.et/egp/bids/report/tendering/2e9e196e-ef7e-4b73-ac27-a3cb6ec8e424/open
Invitation to Bid
Procurement of Deep Water Well Drilling Works
Procurement Reference No: ESZFO-NCB-W-0023-2018-BID-Open
Procurement Category: Works
Market Type: National
Procurement Method: Open
Procurement Classification Code:
- Code:
- Title:
Lot Information
· Object of Procurement: Procurement of Deep Water Well Drilling Works
· Description: Caalbaasii Ifaa Ijaarsa Pirojektii Bishaan Buufata Fayyaa Botee
- Lot Number: 1
- Clarification Request Deadline: Jul 4, 2026, 5:00:00 PM
- Pre-Bid Conference Schedule: Not Applicable
- Site Visit Schedule: Not Applicable
- Bid Submission Deadline: Jul 14, 2026, 11:00:00 AM
- Bid Opening Schedule: Jul 14, 2026, 11:30:00 AM
Eligibility Requirements
Participation Fee:
Eligibility Documents:
Financial Qualification
| Factor | Criteria |
|---|---|
| Galmee Herregaa |
Wiirtuu kenniinsa Tajaajilaa iddoo tokkoo yookiin Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeessuu qaba. |
| Aadaa Qusannoo (saving cultures) |
Ragaa gabaasa Baankii irraa/waldaa qusannooirraa yookiin harka qalleeyyii qusachuu hin dandeenye ta'uu isaanii mana maree deggersaa carraa hojii uumuufi ogummaa sadarkaan jirra dhiyaatu bu'uura godhatee ta'a. |
Legal Qualification
| Factor | Criteria |
|---|---|
| Waraqaa ragaa Qaama seerummaa |
Hayyama daldalaa kenname yookiin haroomfame waajjira Daldalaa irraa dhihaate dhiheeffachuu qabu |
| Ragaa VAT yookiin TOT |
Ragaa VAT yookiin TOT Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa dhiyeessuu qabu |
| Ragaa Kaffalaa Gibiraa TIN |
Ragaa TIN Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kennameef dhiyeessuu qabu. |
| Waraqaa Eenyummaa Gandaa Miseensota Waldichaa |
Waraqaa Eenyummaa Gandaa Miseensota Waldichaa Hunda kan haaromfame dhiyeessuu qaba. |
| Bittaa mootummaa irraa kan hin dhorkamne ta’uu |
Bittaa mootummaa kamiyyuu irraa kan hin dhorkamne ta’u ragaa websayiitii yookiin Biiroo Maallaqa Oromiyaan ergamu irraa ilaalamu qabu |
| Gibira kaffaluu isaa waraqaa qulqullinaa |
Ragaa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kan kennamu (Interpiraayizii haaraa yoo ta’e haaraa ta’uu isaa yookiin gibira kaffaluuf kan hin qaqqabne ta’uu ragaa dhiyeeffachuu qabu) |
| Waraqaa ragaa Qaama seerummaa |
Waraqaa ragaa Biiroo yookiin Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa sadarkaan jiraan irraa kenname yookiin haroomfamee dhiyaate. |
| Hayyama daldalaa seeraqabeessa |
Hayyama daldalaa kenname yookiin haroomfame waajjira Daldalaa irraa dhihaate dhiheeffachuu qabu. |
| Waraqaa Ragaa Gahuumsaa (Heyyama Ijaarsaa) |
Waraqaa Ragaa Heyyama Ijaarsaa Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Godina Shawaa Bahaa irraa kennamee fi bara 2018'f tajaajilu dhiyeessuu qabu. |
| Danbii Ittiin Bulmaataa fi Barreeffama Hundeeffamaa |
Danbii Ittiin Bulmaataa fi Barreeffama Hundeeffamaa karaa guutuu ta'een kan odeeffannoo mara qabu dhiyeessuu qaba. |
| Waraqaa ragaa gahuumsa ogummaa (professional license) |
Waldaan waraqaa ragaa gahuumsa ogummaa (professional license) miseensota ogeeyyii waldicha hunda Kan haaromsee fi dhiyessuu kan danda’u (kan bara 2018f tajaajilu ta’u qaba). |
| Xalayaa Deeggarsaa |
Waldaaleen hojii hin arganne Interpiraayizii Maayikiroo haala ulaagaaleetiin Sadarkaa Guddinaa isaanitiin beekamtiin itti kennamee, kanaan dura hojii akka hin hojjanne qaama gurmeessee irraa Xalayaa Deggarsaa dhiyeefachuu qabu. |
Professional Qualification
| Factor | Criteria |
|---|---|
| Waraqaa ragaa sadarkaa guddina isaanii ibsu |
Bittaa ijaarsaa fi Tajaajila Gorsaa ijaarsaa ilaalchisee waraqaa raga Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeetu, Bittaawwan biroof immoo ragaa qaama dhimmi ilaalu irraa dhiyaatu |
| Dandeettii Hojii Raawwachiisummaa |
Dhaabbilee BLTO irraa ykn qaama leenjii kennuuf beekamtii qabu irraa waraqaa ragaa dhiyaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a/ Ejensii Madaallii Gahumsa Ogummaa Oromiyaa fi Qaamolee beekamtii qaban irraa waraqaa ragaa madaallii gahuumsa ogummaa/COC /sadarkaa barnootaa dhiyaate wajjin wal-simuu fi daangaa yeroo kennameef (Validity Date) irra kan hin dabarre ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.
|
Technical Qualification
| Factor | Criteria |
|---|---|
| Hirmaannaa dubartootaa fi Dargaggootaa (Participating women and youth) |
Ragaa qaama gurmeesse irraa dhihaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a. |
| Karoora hojii qopheeffachuu (Planning to execute the assignment) |
Tartiibaa fi tarreeffama manni hojichaa qopheeffate bu’uura godhachuun Karoora Caccabee qophaa`e chaappaa fi mallattoo dura taa’aa yookiin bakka bu’aa Interpraayizichaan kan mirkanaa’e ilaaluun ta’a. |
Bid Security Amount: Not Applicable
Enterprise Category፡ micro enterprise
Locations: East Shewa,
Notice:
- Terms and Conditions:
Waajjirichi Filannoo biraa yoo argate Caalbaasicha gartokkeen ykn guutumaan guututti haquuf mirga guutuu qaba. HUBACHIISA 1. Sanada Yaada Caalbaasii dorgomiif dhiyaatu hunda irratti mallattoo dura taa’a ykn bakka bu’aa waldaa fi chaappaan waldichaa irra jiraachuu qaba. 2. Dokumeentiin kamiyyuu haqamaa fi laaqamaa yoo qabaate fudhatama hin qabu. 3. Xalayaaleen deeggarsaa Abbaa Pirojeektiif barreeffaman hundi Orijiinaala ta’uu qabu. 4. Dorgomtoonni Baniinsi Caalbaasii osoo hin gahin dura Lakk. Iccitii "Private Key" isaanii Karaa Siistamaa qofaan qooduu "Share" gochuu qabu. 5. Intarpiraayizoota dorgommii irratti hirmaatanii qabxii dorgommii ulaagaa teeknikaa dhibbeentaa Torbaatama (70%) ol fidan keessaa qabxii ol’aanaa kan fide mo’ataa dorgomichaa ta’a. 6. Interpiraayizoonni waliin dorgomanii qabxii wal-qixaa kan argataan yoo ta’e dursa Interpiraayizii qaama miidhamaa of-keessaa qabuuf kan kennamu ta’a. 7. Interpiraayiziin qabxii madaalii teeknikaa walqixaa ta’ee haala wal fakkaataan miseensa qaama miidhamaa kan qaban yookiin immoo lamaan isaanii qaama miidhamaa kan hin qabne yoo ta’e, mo’ataan dorgomtichaa carraan kan adda bahu ta’a. Ragaan qaama miidhama Biiroo yookiin Waajjira dhimma hojjataa fi hawaasummaa sadarkaan jiraan irraa mirkanaa’ee dhiyaateen kan ilaalamu ta’a. 8. Interpiraayizootni hundi qabxii madaalii teeknikaa % 70 gadi kan fidan yoo ta’ee caalbaasichi haqamee irraa deebiin caalbaasiin haaraan kan bahu ta’a.
Address:
- Procuring Entity: East Showa Zone Finance Office , East Showa Zone Finance Office
- Country: Ethiopia
- Town: Adama
- Street: Adama Arround Mebrat Hayl
- Room Number: Room 15
- Telephone: +251222114336
- Email: eastshewafinance@gmail.com
- Po Box:……..
- Fax:- ………..
Tender details
- Deadline: 2026-07-14
- Bid closing time: 11:00
- Bid opening: 2026-07-14 11:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: East Shewa Zone Finance and Economic Development Bureau
- Published: Jun 25, 2026
- Posted at: 2026-06-25T07:41:03.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.