Vehicle and Machinery Sale
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bokkuu Shanan Konkolaataa Ayzuzuu fe'umsaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
M/Abbaa Mirgaa Aadde Dureettii Amaan fi Obbo Hamdii Kadaroo jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee Konkolaataa Ayzuzuu fe'umsaa Lakk.Gabatee 03-01-A15192-OR kan ta'e, Aanaa Caffee keessatti argamu,gatii ka'umsaa caalbaasii qarshii 3,000,000n gaafa 14/11/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti caalbaasii ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasiirraa harka 1/4 CPO qabsiisuun dorgomtanir bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera. Odeeffannoo Dabalataatiif Lakk.Bilbilaa 0949384779
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bokkuu Shanan
Tender details
- Deadline: 2026-07-21
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-07-21 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Bokkuu Shanan.
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 02, 2026)
- Posted at: 2026-07-03T06:46:00.000Z