Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa Konkolaataa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
R/M/A/Mirgaa Obbo Abdusamad Muusaafi M/A/Idaa Obbo Masfin Haashim jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee Konkolaataa Lakk.Gabatee OR-03-A02260,Lakk.Shaansii JT121JK2100053942 Gost VAN jedhamu maqaa Aadde Dinqinash Asaffaa haadha manaa M/Abbaa Idaatiin galmaa'ee jiru,idaa dhaabbata giraand maayikiroo faayinaansii I/G isaa murtaa'e,qarshii 500,000 of irraa qabuuf,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 455,739.22n gaafa 24/11/2018 sa'aatii 3:30 - 6:30tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii ¼ CPO qabsisuun iddoo konkolaataan kun dhaabate jiru Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Waajjira Polisii Aanaa Dagaagaatti dhiyaachuudhaan dorgomuudhaan bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
Tender details
- Deadline: 2026-07-31
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
- Bid bond: 25%
- Published: Jul 16, 2026
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.