Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa'tti Sanada Caalbaasii ifaa Uffata Aadaa Oromoo gosa adda addaa bara baajetaa 2019'f hojjechiisuu barbadaa.

Description

Beeksisa Caal-baasii

Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa'tti Sanada Caalbaasii ifaa Uffata Aadaa Oromoo gosa adda addaa bara baajetaa 2019'f

Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa'tti Caalbaasii Ifaa Uffata Aadaa Oromoo

1. Uffata Aadaa Oromoo kan dhiiraa (kootii) Carqii PC sadarkaa 1 irratti dizaayinii kuulaan kan hojjetamu caalbaasii ifaan dorgomsiisee hojjechiisuu waan barbaaduuf gatii kootii tokkoo ittiin hojjettan gabatee armaan gadii keessatti guuttanii akka ergitaniif:-

Carqii PC sadarkaa 1 irratti dizaavinii kuulaan kan Dhiira

T/L

Gosa Uffataa

Safartuu

Gatii tokkoo Vat: 15% waliin

Ibsa

1

Kootii dhiiraa Aadaa Booranaa Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

2

Kootii dhiiraa Aadaa Gujii Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

3

Kootii dhiiraa Aadaa Arsii Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

4

Kootii dhiiraa Aadaa Wallaggaa Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

5

Kootii dhiiraa Aadaa I/A/Boor Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

6

Kootii dhiiraa Aadaa kamisee Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

7

Kootii dhiiraa Aadaa Shawaa Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

8

Kootii dhiiraa Aadaa Ab/Gadaa Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

9

Kootii dhiiraa Aadaa Baalee Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

10

Kootii dhiiraa Aadaa Jimmaa Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

11

Kootii dhiiraa Aadaa Karayyuu Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

12

Skervii Aadaa kuulaan Saala dhiiraafi dubartiif

Lak,

 

 

2. Uffata Aadaa kan dubartii carqii manan irratti dizaayinii kuulaan kan hojjetamu ta'ee faaya guutuu waliin caalbaasii ifaan dorgomsiisee hojjechiisuu waan barbaaduuf gatii qamisii tokkoo Naxalaa isaa waliin ittiin hojjetamu gabatee armaan gadii keessatti guuttanii akka galchitaniif:

Cargil manso irinli dizaynit kuulaau kan dubarti

    T/L

 

Goss Uffataa

 

Safartuu

 

Gatii tokkoo Vat 15% waliin

Ibsa

 

1

Uffata dubartii Aadaa Booranaa Faaya Guutuu Kuulaan

Lak,

 

 

2

Uffata Aadaa Gujii Faaya Guutuu Kuulaan

Lak,

 

 

3

Uffata dubartii Aadaa Arsii Faaya Guutuu Kuulaan

Lak,

 

 

4

Uffata dubartii Aad/Arsii kaabbaafi Faaya guutuu waliin

Lak,

 

 

5

Uffata dubartii Aadaa Wallaggaa Faaya Guutuu Kuulaan

Lak,

 

 

6

Uffata dubartii Aadaa I/A/Boor Faaya Guutuu Kuulaan

Lak,

 

 

7

Liffata dubartii Aadaa kamisee Faaya Guutuu Kuulaan

Lak,

 

 

8

Uffata dubartii Aadaa Shawaa Faaya Guutuu Kuulaan

Lak,

 

 

9

Uffata dubartii A/A/Gadaa/H/Siingeen F/Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

10

Uffata dubartii Aadaa Baalee Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

11

Uffata duhartii Aadaa karayyuu Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

12

Uffata dubartii Aadaa Jimmaa Faaya Guutuu kuulaan

Lak,

 

 

Ulaagaalee dorgomtootaa

1. Hayyama daldalaa haarome kan bara 2018 dhiyeessuu kan danda'u.

2. Kaffalaa gibiraa, Lakkoofsa Tin,No, kan qabuu fi galmaa'a taaksii dabalataa (VAT) ta'uu ragaa dhiyeessuu kan danda'u.

3. Sanadni caalbaasii gaazexaa Kallacha Oromiyaa irratti guyyaa ba'ee jalqabee guyyoota hojii kudhaniif (10) qarshii hin deebine 200 (dhibba Lama) Baankii Daldala Itiyoophiyaatti/CBE/ Lakk, 1000036047201'tti kaffaluun Nagahee baankii dhiyeessuun sanada qophaa'e Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa Finfinnee Kutaa Magaala Boolee Dambal Fuuldura Mooraa Waajjira Prezidaantii Oromiyaa Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa Gamoo 7'faa irraa bitachuu ni danda'u.

4. Dorgomtootni haala gatii dhiyeessaniin kabajiisa caal baasii Guyyaa Walitti aanan 120'f turu Qarshii 40,000/Kuma Afurtama CPO seera qabeessa ykn baankii seera qabeessa irraa sanada caalbaasii waliin saamsamee dhiyeessuu qabu.

5. Dorgomtootni gatii ittiin dorgoman sanada bitan bakka dhiyeessa gatii irratti guutuun poostaa saamsameen guyyaa beeksifni kun Kallacha Oromiyaa irratti ba'ee guyyaa hojii 11ffaa ganama sa'aatii 4:30'tti saanduuqa qophaa'e keessatti galchuu qabu. Guyyuma sana dorgomtootni ykn bakka bu oonni seeraa bakka bu'insa qaban argamanitti Biiroo Aadaafi Turiizimii Oromiyaa Gamoo 8'faa irratti ganama sa'aatii 5:00'tti caal baasiin ni banama.

6. Dorgomtoonni Saamuda ykn sample hojichaa kan Dhiiraa fi Dubaraa irraa tokko tokko dhiyeessuu qabu

7. Mo'ataan caalbaasii mo`achuun isaa erga ibsameefi guyyoota Shan (5) keessatti walii galtee raawwachuu qaba.

8. Manni hojichaa karaa fooyyee yoo argate caalbaasicha guutummaanis ta'e, garm tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegamedha.

9. Guyyaan caalbaasiin banamuufi cufamu guyyaa Ayyaanaafi guyyaa boqonnaa irra yoo oole, caalbaasichi kan cufamus ta'e kan banamu guyyaa hojii itti aanu ta'a.

Lakk. Email Biiroo oromiaoctb@gmail.com  fayyadamuun ni danda'ama.

Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa


Tender details

  • Deadline: 2026-07-28
  • Publishing entity: Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa
  • Bid bond: Qarshii 40,000.00
  • Bid document price: Qarshii 200.00
  • Published: Jul 16, 2026

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders