Oromia

Godina Harargee Bahaattii Waajjira Maallaqaa Aanaa MeettaaMeeshaalee barruu, meeshaalee qulqullinaa, meeshaalee elektirooniksii, meeshaalee farnicharaa, uffata seeraa, gommaa konkolaataa, meeshaalee spare part Motorsaaykilaa fi meeshaalee kolleejii bito c

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Godina Harargee Bahaatti kan argamu Waajjirri Maallaqaa Aanaa Meettaa bara 2019tti caalbaasii ifaa baasee meeshaalee hojii aanichaaf barbaachisan bituu barbaada.

Meeshaalee barruu, meeshaalee qulqullinaa, meeshaalee elektirooniksii, meeshaalee farnicharaa, uffata seeraa, gommaa konkolaataa, meeshaalee spare part Motorsaaykilaa fi meeshaalee kolleejii bito caalbaasii ifaa baasce bituu waan barbaaduuf dorgomtoonni ulaagaalee asii gadii guuttan dorgomuu ni dandeessu.

Ulaagaalee qajeelfama dorgomtootaa:

  1. Dorgomaan sanada caalbaasii guyyaa beeksifni kun Gaazexaa irratti bahe irraa eegalee Qarshil hin deebine Qarshii 1000(kuma tokko qofa) Waajjira Maallaqaa Aanaa Meettaa kutaa bittaatii yeroo hojii mootummaatti dhihaachuun bitachuu ni danda'a.
  2. Hayyama daldalaa qabaachuu qaba.
  3. Hayyama daldala bara 2019 kan haaromse ykn sadarkaan isaanii ilaalamee Waajjira Daldalaa Aanichaa irraa sababa itti hin haromsiniif xalayaa ibsituu dhiyeeffachuu kan danda'an (xalayaan immoo sadarkaa isaa guutuu fi yeroon itti haaromu dheerachuu isaa kan ibsu tahuu qaba.
  4. Waraqaa qulqullinaa kaffalaa gibiraa ta'uu ibsu ATG irraa kan dhiyeessuu danda'u ta'uu qaba.
  5. Waraqaa ragaa dhiyeessummaa qabaachuu qaba.
  6. VAT galmaa'aa tahuu qofa osoo hin taane %50 ykn %7.5 kan aanaa itti dorgomeef kaffaluu danda'uu qaba.
  7. Lakkoofsa TIN qabaachuu qaba.
  8. Kabachiisa caalbaasii(CPO) ykn maallaqa Itoophiyaa Qarshii 50,000(kuma shantama qofa) karaa baankilee biyya keenyaatiin qabsiisuu kan danda'u.
  9. Dhaabbatni daldalaa ulaagaalee armaan olitti tuqaman guutee argamu ragaa orijinaalaa fi koppii waliin ragaa guuttaanii guyyaa beeksisni kun qilleensa irra oole irraa eegalee guyyoota hojii 15f(kudha shaniif)qilleensa irra turee gaafa guyyaa 16(kudha jahaffaa) sa'aatii 4:00 irratti cufamee guyyuma kana sa'aatii 8:00 irratti dorgomtoonni ykn bakka bu'oonnii seera qabeessa ta'an iddoo jiranitti banama.
  10. Akkaataa qajeelfamaatiin sanadni kamiyyuu sa'aatii fi guyyaa ittiinibsameen ala oraafanan galchuun kan hin danda'amne ta'uu gamanumaan isin beeksifna. Odeeffanno dabalataaf lakk. bilbilaa: 09 13 36 45 55. Hubachiisa: Waajjirichi carraa biraa yoo argate caalbaasicha guutumatti ykn gar tokkeen haquuf mirga guutuu qaba.

Godina Harargee Bahaattii Waajjira

Maallaqaa Aanaa Meettaa


Tender details

  • Deadline: 2026-08-17
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): 15f(kudha shaniif)qilleensa irra turee gaafa guyyaa 16(kudha jahaffaa) sa'aatii 4:00 irratti
  • Bid opening: 2026-08-17 14:30
  • Bid opening (note): 15f(kudha shaniif)qilleensa irra turee gaafa guyyaa 16(kudha jahaffaa) sa'aatii 8:00 irratti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Meettaa
  • Bid bond: 50,000 Qarshii
  • Bid document price: 1000 Qarshii
  • Published on: BARRIISAA (Aug 02, 2026)
  • Posted at: 2026-08-03T08:29:11.000Z
← Back to all tenders