Oromia

Godina Harargee Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Qumbii bara 2019 keessa waajjiraalee isa jala jiraniif kan oolu meeshaalee adda addaa Meeshaale Isteshinarii adda addaa, uffataalee seeraa, Meeshaalee dhaabbii adda addaa, Meeshaalee barruu, meeshaalee el

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Godina Harargee Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Qumbii bara 2019 keessa waajjiraalee isa jala jiraniif kan oolu meeshaalee adda addaa

  • Meeshaale Isteshinarii adda addaa, uffataalee seeraa,
  • Meeshaalee dhaabbii adda addaa, Meeshaalee barruu, meeshaalee elektironiksii, meeshaalee qulqullinaa, meeshaalee motor-saaykilaa fi goommaawwan koonkolaataa dorgomsiisee bituu barbaada.

Kanaafuu, dorgomtoota ulaagaalee dorgommii armaan gadii guutan dorgomsiisuu barbaada

1. Damee hojii irratti bobba'anin hayyama seera qabeessa kanneen qaban, gibira kafaluu isaanii ragaa dhiheeffachuu kan danda'an, hayyama bara 2019 haarome kan qaban.

2. Dorgomtoota kabachiisa caalbaasii ittiin dorgomtan waliigala qar. 25,000 /Qarshi Kuma digdami shan/ cheeki Baankiin mirkanaa'e/ CPO / ykn maallaqa qulqulluu maqaa biiroo isaaniitiin dhiheessuu kan danda'an.

3. Dorgomtootni hundi sanada caalbaaasii orijinaalaa fi koppii poostaa maqaa isaaniitiin cufameen dhiheessuutu irra jiraata.

4. Lakkoofsa Tiinii kafaltoota gibiraa kan qabanii fi galmaa'aa Vaatii ta'uu isaanii ragaa dhiheeffachuu kan danda'an.

5. Dorgomaan moo'ataa ta'e meeshaalee irratti moo'ate geejjiba mataa isaaniitiin gara waajjira Maallaqaa Aanaa Qumbiitti dhiheessuu kan danda'u.

6. Dorgomtootni dhihaatan guyyaa beeksifni kun qilleensarra oole irraa eegalee guyyoota walitti aanan 21 'f qarshii 500 /Dhibba shan/ kan hin deebine kafaluudhaan sanada caalbaasii waajjira Mallaqaa aanaa Qumbiitti bitachuu ni danda'u..

7. Beeksifni caalbaasii kun gaazexaadhaan guyyaa bahe irraa eegalee guyyoota 21'f qilleensarra erga oolee booda guyyaa 21ffaa ganama irraa sa'aa 4:00 irratti cufamuudhaan guyyuma sana sa'aa 4:30 irratti bakka dorgomtoonni ykn bakka bu❜oonni seeraa jiranitti ni banama.

8. Waajjirichi carraa caalu yoo argate caalbaasicha hamma tokko ykn guutumaatti haquudhaaf mirgi isaa eegamaadha.

Odeeffannoo dabalataa argachuu yoo barbaaddan lakkoofsa bilbilaa 09 31 70 34 92/ 09 15 78 06 56/ 09 15 09 38 77 irratti bilbiluun yookaan hanga waajjira keenyaatti barruunis tahee qaamaan argamuun gaafachuu ni danda'a.

Godina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Qumbii


Tender details

  • Deadline: 2026-08-22
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): 21ffaa ganama irraa sa'aa 4:00 irratti
  • Bid opening: 2026-08-22 10:30
  • Bid opening (note): 21ffaa ganama irraa sa'aa 4:30 irratti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Harargee Bahaatti
  • Bid bond: 25,000 (Qarshi Kuma digdami shan)
  • Bid document price: 500 (Dhibba shan)
  • Published on: Addis Zemen (Aug 02, 2026)
  • Posted at: 2026-08-03T08:48:54.000Z
← Back to all tenders