Oromia
Godina H/Lixaa Aa/Gammachiisitti Waajjirri Maallaqaa Aa/Gammachiis bittaa Meeshaalee Dhumoo,Dhaabbii,meeshaalee ijaarsaa fi dhiyeessii meeshaalee ijaarsaa Seektaroota Aanaa Bara baajataa 2019 Dorgomtoota Ulaagaalee Qajeelfamoota Dorgomtootaa Armaan Gadii
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa
Godina H/Lixaa Aa/Gammachiisitti Waajjirri Maallaqaa Aa/Gammachiis bittaa Meeshaalee Dhumoo,Dhaabbii,meeshaalee ijaarsaa fi dhiyeessii meeshaalee ijaarsaa Seektaroota Aanaa Bara baajataa 2019 Dorgomtoota Ulaagaalee Qajeelfamoota Dorgomtootaa Armaan Gadii Guutan Dorgomsiisee Bituu Barbaada
Dirqama Dhiyeessitootaa
1. Meeshaa qulqullinnaan Dhiyeessuf Hayyama daldalaa kan haaroomee fi Gibira waggaa kan kafale ta'uu isaa raga dhiyeessuu kan danda'u.
2. Dorgomaan facaatii dhiiyyeesitoota keessatti galma'uu isaanii ragaa dhiyyeessuu kan danda'an ta'uu qaba.
3. Dorgomatooni Taksii Dabalataa (VAT) galma'aa ta'uu isaa ragaa dhiyeessuu qaban.
4. Kabachisaa Caalbaasii Qar. 50,000.00 CPOn Baankii seera qabeessaa mirkanaa'e Caalbaasin osoo hin banamin qabsisuu qaban.
5. Dorgomtoonnii Malaamaltummaa irraa bilisa kan ta'anii fi Qajeelfama Federaala fi Naannoo kan kabajan ta'u qaba.
6. Dorgoomtooni caalbaasii gufachiisuuf yaalan caalbaasii keessaa akka bahan ni godhama akkasumas caalbaasii motummaan baasu kamiyyuu keessattii akka hin hirmannee ni godhamu.CPO kabachisaa caalbasiitif qabsiisan ni dhaalama.
7. Dorgomtoonii caalbaasiin erga banamee booda yaada jijjiirus ta'e fooyyeessuu akkasummaas caalbaasii keessaa bahu hin danda'an.
8. Mo'ataan (Dorgomaan) Meeshaalee ittin dorgoman Tiraanispoortii isaaniitiin hanga Waajjira Mallaqaa Aanaa Gammachiis kutaa Qabeenyaa galii gochuu qaban.Dorgomtooni Meeshaalee barbadamu qulqullinaa fi baayyina barbadameen gutumaan guutuutti galchuu qaban.
9. Dorgomtoonii Sanadaa dhiyeessan irrattii Maqaa, Mallattoo fi Iddoo isaanii barreessu qabu.
10. Dorgomtoonnii Sanadaa ittii dorgoman orjinaalaa fi kooppii Poosxaan saamsamee dhiyyeessuu qaban.
11. Dorgomtoonni Saampila meeshaalee itti dorgomanii dhiyeeffachuun dirqama.
12. Dorgomtoonii meeshaalee mo'atan guutuu guututtii ykn meeshaaa mo'atan keessaa meeshaa tokkoos yoo hafee Maallaqaa (CPO) qabsiisan guututtii ni dhaalama.
13. Dorgomaan meeshaa mo'atee marsa tokkottii guutu guututtii galchu qaba.
14. Dhaabbanii guyyaa waligaltee itti Waligalamee keessatti meeshaa mo'atee guutuu guututtii yoo hin galchinee guyyati 0.001 ni adabama. Dhaabbanii Mo'atee haaluma waligalteetiin kabachiisaa waligaltee waliigalaa qarshii moo'ee irraa 10% CPOn qabsiisu qaba,yoo dhaabbnii mo'ee kun dhirqama isaa hin bahatin maallaqaa kabachiisaa waliigalteetiif qabsisee guutu guututti mootummaaf galii ta'a(ni dhaalama).
15. Caalbaasichi Gaafa Guyyaa 29/11/2018 19/12/2018 Guyyoota Hojii 15 (kudha shaniif) Qilleensarra Kan Turu ta'a.
16. Gaafa Guyyaa 15 jechuun Hagayya 19/12/2018 sa'atii 4:00 irratti cufamee guyyaa sa'atii 4:30 irratti bakka dorgomtonnii fi bakka bu'oonni argamanitti kan banamu ta'a.
Hubachiisa: Waajjirrichi caalbaasii kanarra fooyya'aa fi rakkoon addaa yoo isa mudate caalbasii kana gar-tokkeenis ta'ee guutumaan guutuutti haquuf mirga guutuu qaba.
Iddoon sanadni caalbaasii itti argamu Go/Har/ lixaa Waajjira Maallaqaa Aanaa Gammachiis
Odeeffannoo dabalataaf lakk.bilbilaa/09 23 95 55 02/ 09 10 37 65 39 irratti bilbiluu dandeessu.
Godina H/Lixaa Aa/Gammachiisitti Waajjirri Maallaqaa Aa/Gammachiis
Tender details
- Deadline: 2026-08-25
- Bid closing time: 10:00
- Bid opening: 2026-08-25 10:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Har/lixaatti Waajjirri Bulchlinsa Aanaa Gammachiis
- Bid bond: Qarshii 50,000.00
- Published on: Addis Zemen (Aug 06, 2026)
- Posted at: 2026-08-06T07:24:13.000Z