Audio-visual, photography and graphic design

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Calalaqaa sibiilaa gurgurru barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

R/Himattoonni Obbo Habtaamuu Shifarraawu N-54 fi R/ himatamaan Dhaabbata Absiniyaa Ekispoortii Qeeraa I/G/M gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee qabeenya sibiilaa 1ffaa, Sibiloota toompaalarii baay'innisaa 18 lakk.isaa 600*180*130*0,5mm Qtr/18 PL ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 567,162 fi 2ffaa sibiloota ayii/I/Chanaalii baay'innisaa 4 62.8 kg*4=251.2 kg ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 56,017.6 walumaagalatti sibiloota lamaan gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 623,179.6n gaafa 06/12/2018 sa'aatii 3:00-6:00tti caalbaasiidhaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Calalaqaa


Tender details

  • Deadline: 2026-08-12
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-08-12 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Calalaqaa
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 06, 2026)
  • Posted at: 2026-08-10T11:32:18.000Z
← Back to all tenders