Stationery
Godina Baalee Bahaattii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Daawwee Sarar Seektaraalee Mootummaa A/D/Sarar Meeshaalee Barbaachisan: Gaazexaa Addis Zaman gaafa guyyaa 04/01/2019 baheen Meeshaalee barreeffamaa, Meeshaalee dhaabbataa fi dhumataa Meeshaalee qulqullinaa
StationeryOffice Supplies and ServicesEquipment and Accessories
Oromia
More tags
Electrical, Electromechanical and ElectronicsComputer and AccessoriesIT and TelecomOffice Machines and AccessoriesOffice FurnitureFurniture and FurnishingHouse FurnitureCleaning and Janitorial Equipment and ServiceHome Appliance and SuppliesKitchen EquipmentTextile, Garments and UniformsTextile, Garment and LeatherShoes and Other Leather ProductsSport Materials and EquipmentSpare Parts and Car Decoration MaterialsTri Wheeler, Motorcycles and Bicycles PurchaseEnglish2merkatoGodina Baalee Bahaattii Waajjira Maallaqaa Aanaa Daawwee Sarar
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa
Godina Baalee Bahaattii Waajjirri Maallaqaa Aanaa Daawwee Sarar Seektaraalee Mootummaa A/D/Sarar Meeshaalee Barbaachisan: Gaazexaa Addis Zaman gaafa guyyaa 04/01/2019 baheen Meeshaalee barreeffamaa, Meeshaalee dhaabbataa fi dhumataa Meeshaalee qulqullinaa Meeshaalee Elektirooniksii gara garaa, Farniicharoota, Uffata dambii hojjattootaa fi Uffata Ispoortii Gommaa konkolaataa fi doqdoqqee Caalbaasii ifaan Dorgomsiisee bituu barbaada.
Kanaafuu dorgomtootni ulaagaa kana guuttan akka dorgomtan isin beeksisaa.
- Dorgomtootni heeyyama daldalaa kan bara 2019 haromfamee fi heeyyama daldalaa bittaa kana bituuf isaan dandeesisuu Hayyama Seera qabeessa kan qaban.ro
- Galmaa'aa qabeenyaa dabalataa /VAT/ kan ittin galmaa'an raga dhiyeessuu kan danda'an.
- Kabachisaa caalbaasii qarshii kuma Digdama /20,000/ ragaa baankiin mirkaneeffamee ykn kaashiidhaan dhiyeessuu kan danda'u.
- Dorgomtootni sanadaa caalbaasii kanaaf qophaa'e gaafa guyyaa beeksifni kun qilleensarraa oolee kaasee guyyoota hojii 15niif qarshii hindeebine 300 Waajjira Galiiwwanii Aanaa Daawwee Sarar biiroo lakk 02 bitachuu ni danda'u.
- Dorgomtootni sanadaa caalbaasii originaalaa fi kooppii enveloppiidhaan kopha kophaatti saamsuudhaan wantoota gaafataman kana dhiyeessuu qabu.
- Guyyaa hojii Caalbaasichi kudha shan (15) qilleensarraa erga oolee booda gaafa guyyaa hojii 16ffaa ganama keessaa sa'aa 3:00 tti cufamee ganamuma kana sa'aa 3:30 tti bakka dorgomtoonni ykn bakka buutotni seeraa argamanitti kan banamuu ta'a. Guyyaan kun ayyaana irra yoo kan Oolu yoo ta'e guyyaa itti aanu kan darbu ta'a.
- Dorgomtootni caalbaasicha injifatan erga bu'aan caalbaasii maxxanen booda guyyaa komii shaniin /5/ booda dhiyaatanii waliigaltee bittaa qophaa'ee waajjira Maallaqaa Aanaa Daawwee sararitti argamuun mallatteessuu dirqama qabu.
- Dorgomtootni meeshaalee injifatan baayinna qulqullinnaafi yeroo jedhame keessatti mana kuusaa waajjira Maallaqaa Aanaa Daawwee sararitti galii gochu qabu,ta'uu baannaan waajjirrichi mallaqa kaffaluuf dirqamaa hin qabu
- Dorgomtoonni sanada bitatan irratti maqaa, mallattoo fi teessoo isaanii barreessuu qabu.
- Dorgomtootni bittaa Farnicharoota, Elektironiksii fi spare part irrattii hirmaatan sumudaa /naamunaa / suraadhaan dhiyeessuu qabu.
- Waajjirichi filannoo foyyaa'aa yoo argatee waligaltichaa gar-tokkee dhaan ykn guutuumaan guutuuttii haquudhaaf mirga ni qaba
- Waajjirichi baayina waligalaa 20% hir'isuus dabaluus ni danda'a
- Waraqaa eenyummaa kaffalaa Gibiraa Qabaachuu
- Waraqaa Qulqullummaa Waajjira Galiiwwanii irraa dhiheefachuu qaba
- Bakka Bu'ummaa Waldaa Mana Hojii Abbaa Alangaa irraa kan kennameef Qabaachuu qaba.
- Dorgomtootni Caalbaasii Gufachiisuuf Yaalan Caalbaasiin Ala akka ta'an gara fuula durattis Bittaa Mootummaa irratti akka hin hirmaannee fi Kabachiisa Caalbaasii Qabsiisan kan dhaalaman.
- Dorgomtoonni Kabachiisa caalbaasii(CPO)qabsiisan Erga qaamni moo'atanii kabachiisa walii galtee gatii walii gala injifatan irraa 10% qabsiisuun CPOn isaanii kan deebi'uuf ta'a.
- Waraqaa raga dhiheesummaa gosa meeshichaa qabaachuu qabu.
- Dorgomtoonni kamuu Hayyama Orjinaal, TIN, VAT, B/Bu'ummaa Mana Hojii Abbaa Alangaa, waraqaa ragaa dhiheesummaa, Qulqullummaa, Orginal isaanii harkattii qabachuu qabu.
Teessoon Keenya.
Odeeffannoo Dabalataaf lakk. Bilbilaa 0917066210/0912128253
Godina Baalee Bahaattii Waajjira Maallaqaa Aanaa Daawwee Sarar
Tender details
- Deadline: 2026-08-27
- Bid closing time: 09:00
- Bid closing (note): gaafa guyyaa hojii 16ffaa ganama keessaa sa'aa 3:00 tti
- Bid opening: 2026-08-27 09:30
- Bid opening (note): gaafa guyyaa hojii 16ffaa ganama keessaa sa'aa 3:30 tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Baalee Bahaattii Waajjira Maallaqaa Aanaa Daawwee Sarar
- Bid bond: Qarshii 20,000.00
- Bid document price: Qarshii 300.00
- Published on: Addis Zemen (Aug 10, 2026)
- Posted at: 2026-08-11T07:38:59.000Z