Stationery

Godina Buunnoo Beddelleetti Waajjira Maallaqaa Aanaa Beddellee Meeshaalee barreessaa fi dhumataa, Meeshaalee qulqullinaa, Meeshaalee elektrooniksii, Meeshaalee farnicherii(office funicher), Gommaa konkolaataa fi motoraa, Uffata seeraa hojjettootaa fi Doqd

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Beddellee bara baajataa 2019 tiin bittaa meeshaa tajaajila sekteroota aanichaaf oolu:-

  1.  Meeshaalee barreessaa fi dhumataa,
  2. Meeshaalee qulqullinaa,
  3. Meeshaalee elektrooniksii,
  4. Meeshaalee farnicherii(office funicher),
  5. Gommaa konkolaataa fi motoraa,
  6. Uffata seeraa hojjettootaa fi
  7. Doqdoqqee(motorcycle) caalbaasii ifaadhaan daldaltoota seera qabeessa ta'an irraa dorgomsiisee bituu barbaada.
  • Kanumaaf kan qophaa'e sanada caalbaasii fi ulaagaa dorgommii Waajjira Galiiwwan Aanaa Beddellee irraa caalbaasiin kun guyyaa gaazexaan bahee kaasee yeroo hunda sa'aatii hojii mootummaatti tokkoon tokkoon sanadaaf kan hindeebine qarshii 500 (dhibba shan) kaffaluun sanada caalbaasichaa bitachuu dandeessu.
  • Caalbaasiin kun gaazexaa irratti guyyaa bahee kaasee jechuunis guyyaa 5/12/2018 hanga 20/12/2018 tti sanada bittaan poostaan saamsuun Waajjira Maallaqaa Aanaa Beddellee kutaa adeemsa bittaa lakk. 14 guyyaa fi sa'aatii hojii mootummaatti dhiyaachuun sanada fudhattan sanduuqa kanaaf qophaa'e keessa buusuun dorgomuu kan dandeessan ta'uu beeksisna.
  • Caalbaasiin kun gaafa guyyaa 21/12/2018 guyyaa keessaa sa'aatii 3:50 cufamee sa'aatii 4:00 irratti dorgomtoonni ykn bakka buutonni seera qabeessaa bakka argamanitti ni banama.

Hubachiisa:-

  1. Waajjirichi guutummaattis ta'e gartokkeen filannoo biraa yoo argate caalbaasicha haquuf mirga qaba.
  2. Dorgomtoonni argamanus argamuu baatanus caalbaasicha banuu hin dhorku.
  3. Ibsa dabalataa yoo barbaaddan lakkoofsa bilbilaa: 0474450094/0917853 161/0913215665

Godina Buunnoo Beddelleetti Waajjira

Maallaqaa Aanaa Beddellee


Tender details

  • Deadline: 2026-08-27
  • Bid closing time: 09:50
  • Bid opening: 2026-08-27 10:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Buunnoo Beddelleetti Waajjira Maallaqaa Aanaa Beddellee
  • Bid document price: Qarshii 500.00 tokkoon tokkoon
  • Published on: Addis Zemen (Aug 11, 2026)
  • Posted at: 2026-08-11T10:58:40.000Z
← Back to all tenders