Textile, Garments and Uniforms

Waajjirrii Maallaqaa Aanaa Dirree bittaa bara baajataa 2019 waajjiraalee mootummaa sadarkaa Aanaa jiraniif tajaajila hojii mootummaatiif barbaachisuuf kan akka bittaa uffata seeraa, meeshaalee barruu, meeshaalee qulqulinaa, meeshaalee dhuma dhaabbii, mees

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Waajjirrii Maallaqaa Aanaa Dirree bittaa bara baajataa 2019 waajjiraalee mootummaa sadarkaa Aanaa jiraniif tajaajila hojii mootummaatiif barbaachisuuf kan akka bittaa uffata seeraa, meeshaalee barruu, meeshaalee qulqulinaa, meeshaalee dhuma dhaabbii, meeshaalee dhaabbii(Elektirooniksiifi faarniichera), gommaa konkolaataafi doqdoqqeefi Motorsaykiloota (Doqdoqqee) dorgomtoota ulaagaa dorgommii guutan caalbaasii ifaa biyya keessaatiin waldorgomsiisuun bituu barbaada.

Kanaaf, dhiyeessitootni;

1. Galmaa'aa taaksii dabalata qabeenyaa (VAT) kan ta'an.

2, Waraqaa qulqullina gibira mootummaa bara 2018 dhiyeessuu kan danda'u.

3. Eeyyama daldalaa bara 2019 haaraa/ kan haarome dhiyeessuu kan danda'u.

4. Waraqaa ragaa dhiyeessummaa dhiyeessuu kan danda'an; akkasumas,

5. Tokkoon tokkoo sanadaaf kabachiisa caalbaasii(CPO) Qarshii 20,000 (Kuma digdama) qabsiisuu kan danda'an, guyyaa beeksifni kun Gaazexaa irratti bahe irraa eegalee hanga guyyaa hojii 15ffaatti keessatti qarshii hin deebine 500(Dhibba shan) tokko tokkoo sanadaatiif lakkoofsa herrega baankii waajjiraa 1000073524583 irratti 'telebirr'n galchuun bitachuun dorgomuu kan dandeettan ta'uu ibsina.

Yaadachiisa:

  • Caalbaasiin kun guyyaa hojii 16ffaa sa'aatii 4:30 irratti cufamee guyyuma kana sa'aatii 8:00 irratti banama.
  • Waajjirichi filannoo fooyya'aa yoo argate caalbaasii gartokkeenis ta'ee guutumaan guutuutti haquuf mirga guutuu kan qabu ta'uu ibsina.
  • Odeeffannoo dabalataaf 09 13 30 68 26 ykn 09 16 63 84 96 nu qunnamuu ni dandeettu.

Godina Booranaatti Waajjira Maaallaqaa Aanaa Dirree


Tender details

  • Deadline: 2026-08-29
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid closing (note): guyyaa hojii 16ffaa sa'aatii 4:30 irratti
  • Bid opening: 2026-08-29 14:00
  • Bid opening (note): guyyaa hojii 16ffaa sa'aatii 8:00 irratti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjirii Maallaqaa Aanaa Dirree.
  • Bid bond: Qarshii 20,000.00 Tokkoon tokkoo
  • Bid document price: Qarshii 500.00 Tokkoon tokkoo
  • Published on: BARRIISAA (Aug 12, 2026)
  • Posted at: 2026-08-12T08:31:21.000Z
← Back to all tenders