Equipment and Accessories

Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Ciroo bara baajataa 2019 bittaa meeshaalee caalbaasii ifaatiin bituu barbaada. Dorgomtootni ulaagaalee armaan gadii guuttan sanada caalbaasii bittanii dorgomuu dandeessu.

Description

BroBeeksisa Caalbaasii Ifaa

Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Ciroo bara baajataa 2019 bittaa meeshaalee caalbaasii ifaatiin bituu barbaada. Dorgomtootni ulaagaalee armaan gadii guuttan sanada caalbaasii bittanii dorgomuu dandeessu.

Ulaagaalee barbaachisoo:

  • 1. Meeshaalee elektirooniksii kan qabu.
  • 2. Iffaa uffata seeraa fi aadaa.
  • 3. Farniicherii adda addaa.
  • 4. Meeshaalee barreeffamaa.
  • 5. Meeshaalee dhumoo biiroo keessaa.
  • 6. Meeshaalee ijaarsaa.
  • 7. Gommaawwan konkolaataa.

Cpo Baankii Magaalaa Cirootti argamu irraa qabsiisuu kan danda'u.

8. Sanada Qarshii 10,000 qabsiisuu kan danda'u.

9. Sanada caalbaasii qarshii hin deebine 500 Waajjira Galiiwwaniitti kaffaluun adeemsa biittaatii sanada fudhachuu dandeessu.

10. Bittaa mootummaa irraa kan hin dhorkamne.

11. Guyyoota kennameef keessatti dhaleessuu kan danda’u.

12. Hayyama nama haaromsee fi nagahee haaraa ashaaraa maxxanfate.

13. Sanada caalbaasichaa guyyaa 8/12/2018 hanga 29/12/2018tti adeemsa bittaa bitachuu dandeessu.

14. Caalbaasichi guyyaa 29/12/2018 sa'aatii 5:00tti cufamee guyyuma kana sa'aatii 5:30 irratti bakka dorgomtootni argamanitti ni banama. Hubachiisa: Caalbaasichi filannoo biroo yoo argate guutummaa guutuu ykn malakan haquuf mirga guutuu qaba.

Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Ciroo


Tender details

  • Deadline: 2026-09-04
  • Bid closing time: 11:00
  • Bid opening: 2026-09-04 11:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Ciroo
  • Bid bond: Qarshii 10,000.00
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Addis Zemen (Aug 14, 2026)
  • Posted at: 2026-08-14T07:07:41.000Z
← Back to all tenders