Stationery

Godina Harargee Lixaatti Waajjiri Maalaqaa Bu/Magaalaa Baddeessaa Waajiiroota Bu/Magaalaa Baddeessaa jala jiraniif Meeshaalee adadaa bituu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Lakk. 01/2019

Godina Harargee Lixaatti Waajjiri Maalaqaa Bu/Magaalaa Baddeessaa Waajiiroota Bu/Magaalaa Baddeessaa jala jiraniif Meeshaalee Dhumoo fi Dhabbo(Isteshinarii fi Meeshaa Qulqullinaa, Elektroniksii, Furnichara, Gommaa Konkolaataa fi Uffata Seeraa caalbaasii Ifaatiin Wal-dorgomsiisee bituu barbaada.

Kanaafuu Dhabbattooni Ulaagaa armaan gadii guuttan akka dorgomtan affeeramtanii jirtu.

1. Meeshaa gaafatamee qulqullinnaan dhiyeesuf Gibira waggaa kan kafalee fi Hayyama daldalaa kan haroomfatee ta'uu isaa ragaa dhiyeessuu kan danda'u.

2. Dorgomaan facaatii dhiiyyeesitoota keessaa galma'uu isaanii ragaa dhiyyeessuu kan danda'an ta'uu qaba

3. Dorgomatooni Taksii Dabalataa (VAT) galma'aa ta'uu isaa ragaa dhiyeessuu qaban.

4. Kabachisaa Caalbaasii Qar. 40,000.00 (kuma afurtama) CPOn Baankii seera qabeessaan mirkanaa'e caalbaasin osoo hin banamin qabsisuu qaban.waldaaleen IMX qaama issaan gurmeeyissee irraa xalayaa wabumaa hamma qarshii gaafatameef wabii ta'u isaanii kan ibsu fidachu ni-danda'u.

5. Dorgomtoonni Sanada caalbaasii maallaqa hin deebine qarshi Qar.500.00 {dhiba shan} Abba Taayitaa Galiiwwanii galchudhaan sanadaa caalbaasii Waajjira Maallaqaa Bu/Mag/Baddeessaa irraa fudhachun (bituun) ni dand'ama.

6. Caalbaasin Guyyaa Beeksisni kun bahee irraa eegalee guyyootaa hojji 15f dorgomtootaaf bana ta'a.

7. Dorgomtoonni Sanada caalbaasii guutanii Orijinaala fi koppii tokko guyyaa beeksifnii kun bahee irraa egalee guyyootaa hojjii waliti anan 15f sanduqaa dhimaa kanaf qopha'e keessaa galchu ni dandeessan.

8.Caalbaasin guyyaa 16ffaatti sa'aa 4:00 cufamee Sa'aa 4:30tti dorgomtoonni ykn baka bu'aan (xalayaa baka bufamu issaa kan ibsuu) isaanii bakka argaman itti ni banama.

9.Dorgomtoonni ykn bakka bu'aan isaani jiraachuu baatanis caalbaasiin ni banama.

10. Baniinsi caalbaasii guyyaa hojii mootummaatiin ala yoo ta'e guyyaa hojjii mootummaa itti aanu banama.

11. Mo'ataan (Dorgoman) Meeshaalee ittin dorgomani mo'atan baassii geejibaa,Fee'insa fi busiisa offii isaaniitiin hanga kuta Qabeenyaa Wajjira Mallaqaa Bu/Mag/Baddeessaatti fiidani galii gochuu qaban. Dorgomtooni Meeshaalee barbadamu qulqullinaa fi baayyina barbadameen gutumaan guutuutti galchuu gaban.

12. Meeshaaleen dhiyaate qulqulinna kan hin qabne yoo ta'e daldalaan(Dorgoman) baasii isatiin meeshaa jijjiru gaha. Waajjiri yaada fooyya'aa fi filatamaa yoo argate caalbasii gartokkeenis ta'e guutumaan guutuutti haquuf mirga qaba.Odeeffannoo Dabalataatiif Lakk.Bilb. 0920445588 ykn 0912399081

Waajjira Maallagaa Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaa.


Tender details

  • Deadline: 2026-08-28
  • Bid closing time: 10:30
  • Bid closing (note): Guyyaa 16ffaatti sa'aa 4:00ttii
  • Bid opening: 2026-08-28 22:30
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaatti sa'aa 4:30ttii
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Baddeessaa.
  • Bid bond: Qarshii 40,000.00
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
  • Posted at: 2026-08-15T08:07:03.000Z
← Back to all tenders