Stationery
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Hawwaa Galaan bara baajetaa 2019 keessatti baajeta qabameen dorgomtoota seera qabeessa ta'an Caal-baasii Ifaadhaan wal-dorgomsiisee bittaa meeshalee armaan gadiitti tarreefaman raawwachuu barbaada.
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Bittaa Bittaa Meeshaalee Marsaa 1ffaa
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Hawwaa Galaan bara baajetaa 2019 keessatti baajeta qabameen dorgomtoota seera qabeessa ta'an Caal-baasii Ifaadhaan wal-dorgomsiisee bittaa meeshalee armaan gadiitti tarreefaman raawwachuu barbaada.
1. Meeshaalee Barreeffamaafi Meeshalee ququllinaa 2, Meeshalee ijaarsaa 3, Uffata seeraa qopha'a 4, Farniichara 5, Gommaa konkolaataa fi doqdoqqee 6, Meeshaalee Elektirooniksii
2. Kanaafuu Ulaagaalee armaan gaditti ka'aman kan guutee dhiyaate guyyaa beeksisni kun bahee irraa . eegalee dorgomuu ni danda'a.
3. Ulaagaaleen barbaachisanis
4. Dorgomaa tarreeffama dhiyeessitootaa keessatti galmaa'uu isaa waraqaa ragaa ibsu koppii isaa dhiyeessuu danda'u
5. Gibira bara 2018/2019 kaffalee heyyama daldalaa bara 2019 kan haareffate kooppii isaa dhiyyeesuu kan danda'uu fi fuulduratti kan haareffatu yoo ta'e immoo Waajjira Galiiwwanii irraa waraqaa deeggersa kan dhiyeeffatu.
6. Galma'a VAT kan ta'e fi lakk.Enyummaa kafalaa gibiraa(TIN) dhiyeeffachuu kan dan da'u.
7. 4.Kabachiisa caalbaasiif (cpo) baankii beekamaa irraa tilmaama qarshii bittaaf qabame irraa 1% kan dhiyeessu,ykn qarshii callaa harkatti qabsiisuu kan danda'u.
8. Kabachiisa waliigalteef (cpo) baankii beekamas irraa tilmaama qarshii bittaaf qabame irraa 10% kan dhiyeessu,ykn qarshii callaa harkatti qabsiisuu kan danda'u.
9. Guyyaa walii galtee fudhate keessatti meeshaalee dhiyeesse xumuruu kan danda'u.
10. Meeshalee dhaabbataa irratti gaarantii / wabummaa/barreefamaa kan kennu.
11. Bakki sanadni kun itti argamu Waajjira Maallaqaa A/H/Galaan Kutaa 2ffaa Adeemsa Bittaa fi Bul/qabeenyaa ta'ee, guyyaa beeksisfni kun ba'e irraa eegalee wixataa hanga Jimaataatti sa'aatii 2:30- 6:30 tti sa'a 7:30 sa'aatii 10:30tti sanada kanaa bitachuu ni danda'ama.
12. Dokumenti finance originala fi teknikaa kooppii poostaa kaakii adda addaan samsamee dhuma irratti lamansaa iddoo tokkotti poostaa guddaa tokko keessatti seeraan saamsamuu qaba.
13. Sanada caalbaasii kana bitachuuf qarshii hin deebinee 700(dhibba torba ) qofa kafalchiisa.
14. Poostaa fi sanadi caalbaasii dorgomtoota maqaa fi mallatto, teessoo, lakkoofsa bilbilaa fi chappaa dhaabbatichaa qabaachuu qaba.
15. Dorgomaan caalbaasii gufachiisuuf yaalu caalbaasii ala akka ta'u fi kabachiisa caalbaasii qabsiisan akka dhaalamu beekuu
16. Dorgomaan adeemsa raawwii caalbaasii irratti komee yoo qabaate dhiyeeffachuuf mirga qaba.
17. Dorgomaa mo'ataa ta'ee filatame waliin waliigaltee osoo hin mallatteessin dura gatii ittiin mo'ate osoo hin jijjiirin waajjirri filannoo biraa yoo argate caalbaasicha guutummaa guututti ykn gartokkeen haquuf mirga guutuu qaba.
18. Caalbaasichii gaafa 21/12/2018 sa'aa 10:30 irratti saamsamee gaafa 22/12/2018 sa'aa3:30 irratti banama.
19. Guyyaa caalbaasichii banamu dorgomtootni ykn bakka bu'aan seeraa argamuu qabu ta'us dorgomaan argamuu dhabuun baniinsa caalbaasichaa hin gufachiisu. Odeeffannoo dabalataaf:- Lakk.bilbilaa 0917544566, 09369032 yka 0982964231
Waajjirri Maallaqas Aanaa Hawwaa Galaan
Tender details
- Deadline: 2026-08-27
- Bid closing time: 16:30
- Bid opening: 2026-08-28 09:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjirri Maallaqaa Aanaa Hawwaa Galaan
- Bid bond: 1%
- Bid document price: Qarshii 700.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
- Posted at: 2026-08-15T08:19:15.000Z