Stationery

Godina Wallaggaa Lixaatti Wajjirri Maallaqaa A/B/Dirmajjii Bara Baajeeta 2019 meeshalee adadaa bituu barbadaa

Description

Beeksisaa Caalbaasii 1ffaa

Godina Wallaggaa Lixaatti Wajjirri Maallaqaa A/B/Dirmajjii Bara Baajeeta 2019 tti seekterota Aanichaa keessa jiraniif, Caal-Baasii ifaan wal dorgomsiisee meeshalee Barreeffamaa fiQulqullina, Meeshaalee dhaabbataa Biiroo keessa (Farnicheerota), Meeshaalee elektiroonikisii, Gommaa konkoolaataa fi motorsaayikilii,uffata seeraa hojjeetootaaf ogeessota meeshaalee leenjii KBLTO Jeenereterotaa fi meeshaalee ijaarsa ulaagaa armaan gadii kan guutan irraa wal-dorgoomsisee bittaa geggeessuu barbaada.

Ulaagaa dorgoommi:-

1. Gosa dorgommii kanaaf Eeyyama seera kan qabuuf kan bara 2018 kan haarefaate

2.Dorgomtootni biyyaa keessa tarreffama dhiyeessitoota keessatti galma'uu isaani waraqaa ragaadhiheesu qabu.

3.Galma'aa TIN ta'uu isaaf raga dhiheefachuu qaba

4.Galma'aa VAT ta'uu isaaf raga dhiheefachuu qaba.

5.Dorgomee yoo ro'atee walii gala bitticha kessa TOT (3%) kaffaluf dirqamaa qaba.

6.Waraaqa Ragaa galma'aa daldaala ta'u isaa raga issaa dhiheefachuu qaba

7. Gibira bara 2018 kafalee xumureef waaraqaa qulqullina waajjira A/T/Galwwani naannoo isaa irraaa barreefaman dhiheesuu kan danda'u..

8.Dorgomttoonni kammi iyyuu kabachiisa caal-baasii /CPO/ Baankiin kan mirkanaa'e Qarshii 50,000.00 (kuma shantma) Walii gala dorgomii hundaa irratti qabisisun ragan dhihatus orjinala ta'u qaba akkasumas CPOn kun postaa tokkon Samsaame Maqaa,Mallatto, Lakk.Bilbilaa guutun of danda'ee qofaatti dhihachuu qaba.

9.Kabachiisni Caalbaasichaa yeroo ragga'ee turutti dorgomaan ofii isaatiin caalbaasii keessaa yoo bahe yookaan abbaa caalbaasicha mo'ate ilaalchisee mo'achuun isaa erga ibsameefii booda waliigaltee mallatteessuuf fedhii kan hin qabne ta'e yoo argame, yookaan kabachiisa waliigaltee akka dhiyeessu gaafatamee yoo hin-dhiyeessine, kabachiisi caalbasiichaa YKN CPON ni dhaalama.

10. Dorgomaan postaa dorggommi gosa irraatti dorgomu adda addaan saamsee poostaa Teeknikaa kophii fi orginalaa ragaa dhihaatuu irraatti Maqaa Dhaabaticha chaphaa dhabaticha fi mallattoo isaan erga mirkaneeseen booda postaa qofa qofatti erga cufee booda postaa gudda tokkoon ergacufee Gosa  irrati dorgomu' Maqaa dhaabbatichaa teessoo, lakk- bilbilaa chaappaa dhaabaticha fi Mallattoon mirkaneessee dhiyeessuu qaba

11. Dorgomaan postaa dorggommi gosa irraatti dorgomu adda addaan saamsee poostaa Faayinsi kophii fi orjinala ragaa dhihaatuu irraa tti chaphaa

Dhabaticha bilibila fi mallattoo isaan erga mirkaneeseen booda postaa qofa qofatti erga cufee boodapostaa gudda tokkoon cufee gosa irratti dorgomu maqaa dhaabbata teessoo, lakk bilbila chaappaafi mallattoo mirkaneessee dhiheessuu qaba.

12. Sanada caal-baasii fi ulagaa kanaf barbachisuu kan hin deebine saanda bittaa tokko qofaf qarshii 200.00/dhibba lama/W/Galiiwan A/B/ Dirmajjiitti kafaluun Waajjira Maallaqaa A/B/ Dirmajjii kutaa hojii lak.2 irraa sanada dorgomii fudhachuun ni danda'ama.

13. Gosa Meeshaa Waajjirri Maallaqaa Unka facaatii meeshaa irraatti dorgomiif dhihesse gurgureen alattii dorgomaan unka biraatii gatii gutee yoo dhihesse fudhatama hin qabu.

14. Dorgoomtotni yeroo galma'aan ulaaga dorgomii qophaa'e Waajjira Maallaqaa irraa kan fudhatan ta'e akkata ulaagan gaafatu qofan dorgomuuf dirquama qabu

15. Mo'aatan dorgomiin boodde kabaachisa Walii galtee ida'ama walii gala bittaa kessa 10% Qarshii dhan ykn CPO Baankiin kan mirkanaa'e gabsisu knan dandaa'u

16. Mo'aatan caal-baasi dorgomee mo'atee qarshiin kan kaffalamuuf meeshalee mo'atee hundaa mana kuusa waajjira maallaqaa A/B/Dirmajjittidhibesse naga'ce qophesse moodela 19tti erga galii godhee booda kaffaltin rawwaatama

17. Yeroon turtii caal-basi kana walii gala guyyaa hojii 60(jatama) ta'a.

18. Cal-basin kun guyyas Gazeexaan maxxanfamee labsamee kaasee guyyaa hojii 15(kudha shan) 07/12/2018 hangaa 28/12/2018tti sa'aatii hojii mootumma keessatti galmeen ni geggeefama

19. Guineen caalbaas kan guyyaa gaafa 28/12/2018 waaree booda sa'aati 9:00 irraatti kan xumuramu ta'ee guyyaa dhuma kana bakka tajabdoonni agamanii saandagi caal-baasii sa'aatumma sanatti kan kan cufamu ta'a.

20. Dorgomis caal-hansi kun kan banamu guyyaa 29/12/2018 ganama keessa sa'aatti 3:00 irraa tti Dorgomttoonni ykn. Bakka bu'oonni seera bakka angeman ta'us dorgomaan Yks bakka bu'aan seeraa argamu baatus caal basichi banamuu ni danda'aa.

21. Calbasi kaca ilaalchise waajirichi filannoo biraa yoo argate caal-baasii kana gutummaan gutuutti ykn gar-tokkee isaa haquuf mirga qaba. se dabainisal 0913937697yka 0917135071

Godina Wallaggan Lixaatti Wajjirri Maallaqaa A/B/Dirmajjii


Tender details

  • Deadline: 2026-09-03
  • Bid closing time: 15:00
  • Bid opening: 2026-09-04 09:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Wajjirri Maallaqaa A/B/Dirmajji
  • Bid bond: Qarshii 50,000.00
  • Bid document price: Qarshii 200.00 sanada tokkoo
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
  • Posted at: 2026-08-15T08:24:39.000Z
← Back to all tenders