House and Building Sale
Mana murtii Aanaa Magaalaa naqamtee mana qorqorroo gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
Murtii Abbaa Mirgaa Samiiraa Asfaawu fi Murtii Abbaa Idaa Aadde Jamiilaa Shantamaa jidduu falmii raawwachiisaa jiru ilaalchisee mana qorqorroo 60 maqaa murtii abbaa idaatiin galmaa'ee Magaalaa Gururaa Ganda 01 keessatti ballina M² 300 irratti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 800,000n gaafa 26/12/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan iddoo qabeenyi kun argamutti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera
Mana murtii Aanaa Magaalaa naqamtee
Tender details
- Deadline: 2026-09-01
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-09-01 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana murtii Aanaa magaalaa naqamtee
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
- Posted at: 2026-08-15T09:35:22.000Z