House and Building Sale
Mana Murtii Aanaa Magaalaa Naqamtee mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
R/Himataan Obbo Malkaamuu Mootii fi R/Himatamaa Amsaaluu Kumarraa gidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee mana jireenyaa Magaalaa Naqamtee Kutaa Bulchiinsa Dargee keessatti argamu,kaartaafi pilaanii kan hin qabne,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 650000n gaafa 28/11/2018 sa'aatii 2:30-6:30tti waan gurguramuuf namnoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa qarshii 1/4 Mana Murtii Aanaa Magaalaa Naqamteetti Kutaa Bulchiinsa faayinaansiitti Modela 85niin qabsiisuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Aanaa Magaalaa Naqamtee
Tender details
- Deadline: 2026-09-03
- Bid closing time: 12:30
- Bid closing (note): 28/11/2018 sa'aatii 2:30-6:30tti
- Bid opening: 2026-09-03 12:30
- Bid opening (note): 28/11/2018 sa'aatii 2:30-6:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana murtii Aanaa magaalaa naqamtee
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
- Posted at: 2026-08-15T09:38:07.000Z