House and Building Sale
Mana Murtii Godina Shawaa Kibba Lixaa mana sarvisii gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
R/M/Himattuun Aadde Gaaddisee Xilaahun fi R/M/Himatamaan Obbo Caalii Dhaabaa Taatoo gidduu falmii raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee qabeenya mana sarvisii Kutaa Lama Magaalaa Naqamtee Bulchiinsa Ganda Calalaqii Ganda 03 keessatti maqaa murtii abbaa idaa dargaggoo Caalii Dhaabaatiin galmaa'ee jiru,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 210,000.00n gaafa 28/01/2019 sa'aatii 3:00 - 6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO dhiyeeffachuudhaan qaamaan dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.Mana Murtii Ol'aanaa Godina Wallaggaa Bahaa murtii ajajeera.
Mana Murtii Godina Shawaa Kibba Lixaa
Tender details
- Deadline: 2026-10-08
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-10-08 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Godina Shawaa Kibba Lixaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
- Posted at: 2026-08-15T09:42:01.000Z