House and Building Sale
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa mana jireenyaa gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa caalbaasiimentuu,
Murtii Abbaa Mirgaa Uqubii Hoteela Abbaa Quubsaafi Murtii Abbaa Idaa 1faa Darajjee Dhaabbataa, 2ffaa, Shawaayyee Warataa, 3 Ayyalaa Dheeressaa fi 4faa Obbo Tashoomaa Camadaa jidduu falmii raawwachiisaa jiru ilaalchisee mana jireenyaa qorqorroo liikii 70 ofirraa qabu Magaalaa Gindoo Ganda 01 keessatti maqaa raawwiin himatamaa Iffaatiin galmaa'ee ballina M² 200 irratti argamu,Lakk.Kaartaasaa Gi/4059 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,500,000n gaafa 28/12/2018 sa'aatii 3:00 - 6:30tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan iddoo qabeenyi kun argamu Magaalaa Gindoo Ganda Oltti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa
Tender details
- Deadline: 2026-09-03
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-09-03 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
- Posted at: 2026-08-15T09:51:48.000Z