House and Building Sale
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa mana luukii 39 Magaalaa Walisoo Ganda Obbii Kojii keessatti argamuu mana gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
Murtii Abbaa Mirgaa Badhaasaa Gizaawu fi Murtii Abbaa IdaaWaaqjiraa Waldee jidduu falmii raawwachiisaa jiru ilaalchisee mana luukii 39 Magaalaa Walisoo Ganda Obbii Kojii keessatti ballina M²211 irratti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,000.000n gaafa 28/12/2018 sa'aatii 3:00 - 6:30tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan bakka qabeenyi kun argamutti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa
Tender details
- Deadline: 2026-09-03
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-09-03 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Kibba Lixaa
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
- Posted at: 2026-08-15T09:54:21.000Z