Stationery

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Miidhagaa Tolaa Bara Baajataa 2019tti Meeshaaleegaragaraa Caalbaasiin Dhiyeessisee Bituu Barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Godina Harargee Bahaatti kan argamu Waajjirri Maallaqaa Aanaa Miidhagaa Tolaa Bara Baajataa 2019tti Caalbaasii Meeshaalee Manneen Hojii Aanichaaf Barbaachisan:-

>Meeshaalee barruu >Meeshaalee quiqullinaa >Meeshaalee elektirooniksii
>Meeshaalee farniicharaa >Meeshaalee dhumataa biiroo keessan >Meeshaalee
konkolaataafi motor saayikilaa
>Uffata seeraa >Maxxansaalee adda addaa >Meeshaalee dhaabbataa
>Meeshaalce leenjii BLTO Caalbaasii ifaa baasee bituu barbaada.

Kanaaf Dorgomtoonni ulaagaa armaan gadii guuttan dorgomuu ni dandeessu.

1. Hayyama daldalaa kan bara 2018 kan haaromse tahuu qaba.

2. Sartifikeeta Vaatii Federaalaa irraa kan fudhate tahuu qaba.

3. Galmaa'aa Vaatii tahuu qaba.

4. TIN No qabaachuu qaba.

5. Meeshaalee dhiheessu geejjiba isaatiin Hanga Waaj/Maallaqaa/A/Mi/Tolaatti galchuu qaba.

6. Kabachiisa Caalbaasiif Qarshii, 30,000 (Kuma Soddoma) Cheekii baankiin mirkanaa'e Ykn CPO Sanada Caalbaasii wajjiin dhiheessuu kan danda'u tahuu qaba. Ulaagaalee armaan olitti ibsaman kana kan guutan sanada caalbaasii kooppii tokko tokko Orjinaala wajjiin dhiheessuudhaan maallaqa hin deebine qarshii 1,000 (Kuma tokko) qofaan bitachuu kan dandeessan tahuu ibsina.

Guyyaa caalbaasiin kun bahe Guyyaa 9/12/2018 hanga guyyaa 2/13/2018 guyyaa hojii keessatti Waaj/Maallaqaa A/Mi/Tolaa Kutaa bittaati bitachuu kan dandeessan tahuu ibsina.

Odeeffannoo dabalataatiif Lakkoofsa Bilbilaa 09 10 44 55 27/ 09 19 08 84 01 Hubachiisa

Waajjirichi filannoo irra caalu yoo argate caalbaasicha hanga tokko ykn guutumaan guutuutti haquu danda'a.

Waajjira Maallaqaa Aanaa Miidhagaa Tolaa


Tender details

  • Deadline: 2026-09-07
  • Bid closing time: 17:00
  • Bid opening: 2026-09-07 17:00
  • Bid opening (note): Guyyaan hin kennamne
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Miidhagaa Tolaa
  • Bid bond: Qarshii 30,000.00
  • Bid document price: Qarshii 1000.00
  • Published on: Addis Zemen (Aug 15, 2026)
  • Posted at: 2026-08-15T09:55:18.000Z
← Back to all tenders