House and Building Sale
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Bishooftuu mana gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa
Murtii Abbaa Mirgaa Nugusuu Mulugeetaa fi Murtii Abbaa Idaa Gabayyoo Girmaa jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee Mana raawwiin himatamaa Bulchiinsa Godina Shawaa Bahaatti Aanaa G/Q/Bulaa Kurfaa Faatolee keessatti argamu, gatiin ka'umsaa caalbaasii qarshii 1,538,548.44n gaafa 28/01/2019 sa'aatii 4:00 - 6:00tti caalbaasii ifaa waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO maqaa Mana Murtii Magaalaa Bishooftuun qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Bishooftuu
Tender details
- Deadline: 2026-10-08
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-10-08 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Bishooftuu
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
- Posted at: 2026-08-15T09:56:29.000Z