House and Building Sale
Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii mana gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
Murtii Abbaa Mirgaa Aadde Geexee Baldaa fi Murtii Abbaa Idaa Obbo Abajjee Asaffaa gidduu falmii jiru ilaalchisee 1ffaa mana Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii keessatti maqaa Obbo Abajjee Asaffaatiin galmaa'ee ballina M² 141.2 irratti argamu,lakk. kaartaasaa AK118161615141022154 kan ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 4,876,982.66n gaafa 16/12/2018 sa'aatii 4:00 - 6:00tti,
Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii
Tender details
- Deadline: 2026-08-22
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-08-22 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
- Posted at: 2026-08-15T10:00:07.000Z