Textile, Garment and Leather

Waajjirii Maallaqaa Bul/M/Yaaballoo bittaa meeshaalee tajaajilaa waajjiraalee mootummaa oolan garaa garaa bituu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii

Waajjirii Maallaqaa Bul/M/Yaaballoo bittaa meeshaalee tajaajilaa waajjiraalee mootummaa oolan kan akka:

1. uffata seera [6211]

2.meeshaale leejji BLTO [6215]

3.meeshaale barreeffama /steshiner [6212]

4. meeshaale maxxansaa [6213]

5. meeshaale Electronics [6313]

6. meeshaale Qulqullinaa [6218]

7. meeshaale dhumaa dhabbi [6219]

8.meeshaale sanyii biqiloota [6221]

9.motorcycle [6311]

10. meeshaale furnitures 6313]

caalbnaasii ifaatiin gaazexaa Addis Zemenii irratti baasuun bituu barbaada.

Kanaaf Dhaabbileen/namootii ulaagaalee armaan gadii guutattan

1. Eeyyama daldalaa bara 2019 haarome/ dhiyeessuu kan danda'u

2. Galmaa'aa taksii dabalata qabeenyaa (VAT) taatan

3. Waraqaa qulqulina kafalaa gibira mootummaa bara 2019dhiyeessuu kan danda'u

4. waraqaa ragaa TIN dhiyeessuu kan danda'an; akkasumas,

5. Dhaabbileen/Daldalan Dorgomuu Meeshaalee Orjinaala dhiyeessuu kan danda'uu ta'uu qaba

6. Dhaabbileen/Daldalan Dorgomuu mana kuusa meeshaa qabachuu irraa ragaa Barreeffama dhiyyeeffachuu qaba

7. Tokkoon tokkoo sanadaaf kabachiisa caalbaasii(CPO) Qr. 10,000 (kuma kudhan) qabsiisuun, guyyaa beeksisii bahe irraa cegalee hanga guyyaa 15tti qarshii hin deebine 1000 (kumaa tokko) tokko tokkoo sanadaatiif lakkoofsa herrega idlee baankii siinqce irratti galchuun bitachuun dorgomuu kan dandeettan ta'uu ibsina.

Yaadachiisa:

  • Caalbaasiin kun guyyaa hojii 16ffaa saa'atti 4:00 irratti cufamee guyyuma kana saa'aa 5:00 irratti banama.
  • Waajirichi filannoo fooyya'aa yoo argate caalbaasil gartokkeenis ta'ee guutumaan guututti haquuf mirga guutuu kan qabu ta'uu ibsina.
  • Odeeffannoo dabalataaf 0923 375 571 nu qunnamuu ni dandeettu.

Waajjira Maallaqaa Bul/M/Yaaballoo


Tender details

  • Deadline: 2026-09-01
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): Guyyaa hojii 16ffaa saa'atti 4:00
  • Bid opening: 2026-09-01 11:00
  • Bid opening (note): Guyyaa hojii 16ffaa saa'atti 5:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Bul/ Magaalaa Yaaballoo
  • Bid bond: Qarshii 10,000.00 sanada tokkoo
  • Bid document price: Qarshii 1,000.00 sanada tokkoo
  • Published on: Addis Zemen (Aug 17, 2026)
  • Posted at: 2026-08-18T11:35:41.000Z
← Back to all tenders