Equipment and Accessories

Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti, Waajjira Maallaqaa Aanaa Galaan Arraabsaa Meeshaalee adda addaa Bituu Barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Lakkoofsa Caalbaasii: 001/2019

Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti, Waajjira Maallaqaa Aanaa Galaan Arraabsaa

  • Meeshaalee Barreeffamaa
  • Meeshaalee Dhumeeyyii
  • Uffata Seeraa Hojjettootaa
  • Meeshaalee Qulqullinaa
  • Elektirooniksii
  • Farnicharoota Biiroo keessaa
  • Meeshaalee Ijaarsaa fi
  • Gommaa motorsaayikilii fi gommaa konkolaattotaa

Teessoo:- Waajjira Maallaqaa Aanaa Galaan Arraabsaa

Lakkoofsa Bilbilaa :- (09-23-39-27-56 ykn 09-17-35-90-06)

Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti

Waajjira Maallaqaa Aanaa Galaan Arraabsaa


Tender details

  • Deadline: 2026-09-07
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid closing (note): Guyyaan fi sa'aatiin caalbaasiin itti cufamu hin ibsamne.
  • Bid opening: 2026-09-07 12:00
  • Bid opening (note): Guyyaan fi sa'aatiin caalbaasiin itti banamu hin ibsamne.
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Galaan Arraabsaa
  • Published on: Addis Zemen (Aug 18, 2026)
  • Posted at: 2026-08-18T12:41:01.000Z
← Back to all tenders