Stationery
Waajjirri Maallaqaa Godina Wallagga Bahaa Waajjiroolee isaan jalaa tajaajila argataniif meeshaalee Adda addaa bituu barbaada
StationeryOffice Supplies and ServicesKitchen Equipment
Oromia
More tags
Home Appliance and SuppliesFurniture and FurnishingEquipment and AccessoriesElectrical, Electromechanical and ElectronicsComputer and AccessoriesIT and TelecomOffice Machines and AccessoriesSpare Parts and Car Decoration MaterialsTri Wheeler, Motorcycles and Bicycles PurchaseBuilding and Finishing MaterialsConstruction and Water WorksTextile, Garments and UniformsTextile, Garment and LeatherShoes and Other Leather ProductsOthersMaintenance and RepairVehicle (garage service)Office FurnitureHouse FurnitureAnimal FeedAgriculture and FarmingConsumable GoodsPersonal Care Products and ServicesCleaning and Janitorial Equipment and ServicePrinting and PublishingFood and BeverageFood Items and DrinksProducts and ServicesFirewoodEnergy, Power and ElectricityEnglish2merkatoWaajjira Maallaqaa Godina Wallagga Bahaa
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Biyyoolessaa
Waajjirri Maallaqaa Godina Wallagga Bahaa Waajjiroolee isaan jalaa tajaajila argataniif meeshaalee armaan gadiitti ibsame:-
- Meeshaalee barreeffamaa,
- meeshaalee dhaabbii (furniture),
- meeshaalee elektirooniksii, gommaa konkolaataa fi mootersayikilii,
- meeshaalee ijaarsaa, uffata seeraa,
- meeshaalee qulqullinaa,
- gatii hodhaa uffata seera hojjettootaa,
- maxxansaalee adda addaa,
- suphaa konkolaataa fi motersaaykilii,
- nyaata barattootaa,
- midhaan dheedhii fi biilaa,
- mi'eessituu adda addaa,
- midhaan daaksisuu feesisuu fi buusisuu, nyaata horii fi akkaataa barbaachisummaa isaatti nyaata bilchaatee barattootaaf dhiyaatu,
- qoraan(gindillaa) kallattiin eeyyama hojii daldalaa qaban hunda wal dorgomsiisee caalbaasii ifaatiin bituu barbaada.
Kanaafuu, dhaabbileen dhuunfaa fi waldaaleen (IMX) kan ulaagaa armaan gadii guutuu dandeessan dorgomuu ni dandeessu.
- Eeyyama kallattii kan qabu (Direct business license).
- Eeyyama haaromfamee kan qabu, galma'aa VAT kan ta'e,TIN No.kan qabu, Waraqaa ragaa dhiyeessummaa kan qabu.
- Waraqaa qulqullinaa waajjira galii godinaa, magaalaa fi aanaa dhiyeeffachuu danda'u.
- Muuxannoo gahumsa dhiyeessummaa kallattiin dhaabbata mootummaa bittaa waajjira Maallaqaa irraa ragaa barreeffamaa dhiyeeffachuu kan danda'uykn waraqaa galatoomaa waajjira maallaqaa bittaa raawwatu sadarkaa godinaa,naannoo ykn federaalaa irraa ragaa dhiyeeffachuur kan danda'u.
- Dorgomtootni kallattii eeyyama isaaniitiin tokkoon tokkoo sanada caalbaasii ittiin maallaqa hin deebine Qar. 1000 (kuma tokko) kaffaluun beeksifni guyyaa gaazexaa irratti maxxanfamee irraa eegalee guyyoota hojii 15 (kudha shan) keessatti kan fudhatu.
- Dhaabbanni dorgomaa ta'e kamuu gosa eeyyamaa kallattiin qabuuf tokkoo tokkoo ceyyamichaaf wabii kabachiisa caalbaasii Qar. 100,000.00 (kuma dhibba tokko) wabii baankii haala irratti hin hundoofne qofaan dhiyeeffachuu kan qabu.
- Dorgomtootni sanada caalbaasichaaf qophaa'e orjinaala teekinika fi faayinaansii orijinaala poostaa adda addaan akkasumas kooppii tekiniikaa fi faayinaansii poostaa adda addaatti samiidhaan(gagaadhaan) saamsuun walii galaa iddoo tokkotti kan olitti ibsame poostaa guddaa tokko keessattii sanada gurguramee tokoon tokkoo sanadiichaa irratti mallattoo taasisuun, maqaa dhaabbataa,Maqaa hogganaa ykn qaama aangoo qabuun guutuun, chaaphaa fi teessoo barbaachisu irrattii barreessuun gaafa guyyaa hojii beekssinii kun gaazexxa irratti maxxanee ka'ee guyyaa 16ffaattii sa'a 4:00tti galee gaafuma sana ganama sa'atii 4:30tti banama. Hata'u malee akka tasaa ta'ee guyyaan sanadai galuu fi baninsi guyyaa hojii mootummaatiin ala yoo ta'ee guyyaa hojii itti aanuu kan itti fufee rawatuu ta'ee dorgomaan jiraatuus jiraachuu baatuus baninsaa caal baasii hin dangeessu.Dorgomaan baasii mataa isaan waan mo'ee kuusaa galchuu qaba.
- Dorgomaan mo'atee kabachisaa waliigaltee 10% bittaa walii galaa keessaa rawwachuu ni dirqama.Dorgomaan kanaan dura caal baasii mo'atee walii galtee mallatteessuu didee fi meeshaalee mo'ate harcaaseedorgommii kana irratti hin hirmatu.
- Waajjirichi carraa biraa yoo argate caal-baasicha guutummaa guutuutti ykn gar-tokkee isaa haquuf mirgi isaa kan eegamedha.
Odeeffannoo Dabalataaf Lakk. Bilb. 0912 693 495 / 0955 675 530
WMGWB
Waajjira Maallaqaa Godina Wallagga Bahaa
Tender details
- Deadline: 2026-09-02
- Bid closing time: 10:00
- Bid closing (note): Guyyaa 16ffaattii sa'a 4:00tti
- Bid opening: 2026-09-02 10:30
- Bid opening (note): Guyyaa 16ffaattii sa'a 4:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Godina Wallagga Bahaa
- Bid bond: Qarshii 100,000.00
- Bid document price: Qarshii 1,000.00 sanada tokkoo
- Published on: Addis Zemen (Aug 18, 2026)
- Posted at: 2026-08-18T14:38:11.000Z