Stationery
Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Bahaattii W/M/ Aanaa Fadis Bara Baajata 2019meeshaalee:- Baruu,Dhumataa, Qulqulina, Dhaabbataa,Eleektirooniksii, Meenshaa Jijjiiraa Konkolaataa Fi Motaraa,Meenshaa Ijaarasaa Bulchinsa Gandaafi Waajjirootaaf Oluu
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Marsaa 1ffaa
Lakkoofsa Addaa: 01/2019
Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Bahaattii W/M/ Aanaa Fadis Bara Baajata 2019meeshaalee:- Baruu,Dhumataa, Qulqulina, Dhaabbataa,Eleektirooniksii,Meenshaa Jijjiiraa Konkolaataa Fi Motaraa,Meenshaa Ijaarasaa Bulchinsa Gandaafi Waajjirootaaf Oluu Dhaabbilee Adda Addaa Waldoorgomsiisee Bittachuu Barbaada,Kanaafuu Dorgoomtootnii Ulaagaa Armaan Gadii Gutan Sanada Caal -Baasii Bittachuudhaan Dorgomuu Kan Dandeessan Tahuu Isiin Beeksiifna.
Ulaagaa Gutamuu Qabu
1. Hayyama Hojii Daldalaa Gosa Hojii Ibsamee Irratti Kan Qabu.
2. Muuxannoo Meeshaa Dhiyessu Ragaa Kan Qabu.Qama Meesha Dhihesafi Ture Irraa.
3. Taaksii Dabalata Qabeenyaa"vat"galmaa'uu Isaa Ragaa Kan Qabu.
4. Tarreefama Dhiyeesitoota Keessatti Kan Galmaa'e Ta'u Qaba.
5. Xalayaa Qulqulinaa Gibira Bara 2018 Kan Kaffale Fi Hayyama Bara 2019'f Kan Haroofatee Kan Qabu.
6. Dorgomtonnii Sanadaa Caal-Baasii Gaazexaan Adis Zamanin Guyyyaa Bahee Irraa Egalee Guyyaa Hojii 15\Kudhashan\Mallaqaa Hin Debinee Qarshii 500 Dhibbaa Shan\Kaffalun Waj/Mallaqa A/Fadis Kuta Bitta Irraa Yeroo Hojii Bitachu Ni Dandasan.
7. Kabachiisa Caalbaasii Qarshi 5000(Kuma Shan)CPO Baankiin Mirkanaa'ee W/M/A/Fadisitti Qabsiisuu Qaba .Qajeelfama Sanadicha Keessatii Ibsaman Hunda Kan Gutu Tahuu Qaba.
8. Caal-Baasichii Gaazeexaa Adis Zamaniin Gaafa Guyyaa 13/12/2018 hanga 4/13/2018 Qilleensaa Irraa Olee Kaassee Guyyaa Hojii 15(Kudhashan) Turee Guyyaa Hojii Itti Aanuu Sa'a 3:30 Irratti Cufamee Iddoo Dorgomtoonnii Ykn Bakka Bu'onni Seera Qabeessa Ta'an Iddoo Argamanitti Waajjira Maallaqaa Aanaa Fadisitti Sa'a 4:00 Irratti Ni Banama,
9. Gatiin Meeshaa Dhiyaatu VAT'n Osoo Hin Dabalamin Gatii Meenshaa Qofa Tahu Qaba,
10. Meeshaan Dhihaatu Qulqullinni Isaa Sadarkaa Biyyoolleessan Kan Mirkana'e Ta'uu Qaba.
11. Dorgomaan Sanada Orjiinaala Fi Koopii Saamsee Sumuda(Stamp) Irratti Gochuun Fula Hunda Mallatteessee Sanduqa Caalbaasiitti Galchuu Qaba.
12. Dorgomaan Tarreeffama Meeshaa Hayyama Irratti Qabu/ Specification/ Cinaa Guute Cinaa Keessaa Dhisu Hin Qabu,
13. Dorgomtootni Dorgommiif Dhiyaatu Caalbaasii Yoo Moo'ate Kabachisa Waligaltee % 10 Qabsiisu Kan Danda'u,
14. Qaamni Beeksisa Caal Baasii Baasee Carra Fooyyaa'aa Yoo Argate Caalbaasicha Gar Tokkee Ykn Guutumatti Haquf Mirga
15. Odeefannoo Dabalataaf Lakkoofsa Bilbilaa 09 21 84 30 77 Bilbiluun Gaafachuu Nidandeesuu
God/Har/Bahaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Fadiis
Tender details
- Deadline: 2026-09-05
- Bid closing time: 12:00
- Bid closing (note): Guyyaa Hojii 15(Kudhashan) Turee Guyyaa Hojii Itti Aanuu Sa'a 3:30 Irratti
- Bid opening: 2026-09-05 12:00
- Bid opening (note): Guyyaa Hojii 15(Kudhashan) Turee Guyyaa Hojii Itti Aanuu Sa'a 4:00 Irratti
- Region: Oromia
- Publishing entity: God/Har/Bahaattii Waajjira Maallaqaa Aanaa Fadiis
- Bid bond: Qarshii 5000.00
- Bid document price: Qarshii 500.00
- Published on: Addis Zemen (Aug 19, 2026)
- Posted at: 2026-08-19T10:49:56.000Z