Stationery
Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Booranaa Aanaa Dubuluqiiti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Dubuluqi bara baajataa 2019 tti Waajjiraalee Mootummaa Aanichaaf kan oolu Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhumaa-Dhaabbii Meeshaalee Elektir
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Bittaa Mee- shaalee Bara 2019
Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Booranaa Aanaa Dubuluqiiti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Dubuluqi bara baajataa 2019 tti Waajjiraalee Mootummaa Aanichaaf kan oolu Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhumaa-Dhaabbii Meeshaalee Elektirooniksii, Farnicheroota, Uffata Seeraa Hojjettoota Mootummaa, Doqdoqqeewwan fi Goommaa konkolaataa Caalbaasii ifaan dorgomsiisee bituu barbaada.
Kanaafuu dorgomtoonni dorgomuu barbaadan Eeyya- ma Daldalaa bara 2019 haaromfime, Waraqaa Ragaa Kaffalaa gibira mootummaa (waraqa Qulqullinna), Gal- maa'aa Gibira dabalata qabeenyaa(VAT),TIN No. fi Waraqa Ragaa dhiyyeessumma Kan qaban ta'uu qabu. Tokkoon tokkoon dorgomfootaa kabachiisa caalbaasii tokkoon tokkoo Meeshaalee Fernicherii fi Meeshaalee Elektirooniksiif Qar. 25,000 (kuma Digadamii shan) fi Sanadootaa kan biroof tokkoon tokkoo isaaniif Qr. 10,000 (Kuma Kudhan) cheekii baankin mirkana'ee (CPO) guyyaa sanadni caalbaasii galu waliin galchuu qabu. Dorgomtoonni guyyaa beeksifni kun bahee jalqabee guyyoota hojii 15 (kudha shan) yeroo hojii sa'aatii 2:30 hanga 6:30 fi 7:30 hanga 11:30 qarshii hin dee- bine Qr.1000 (kuma tokko) tokkoon tokkoo sanadaaf kaffaluun sanada caalbaasii Waajjira Maallaqaa Aanaa Dubuluqi kutaa Addeemsa bittaa dhuftaani bitachuu dandeetu. Dorgomtoonni sanada caalbaasii guyyaa beeksiifni ba- hee qabee guyyaa 16ffaa irratti guyyaa keessaa hanga sa'aatii 4:00tti saanduqa caalbaasii qophaa'e keessa gal- chuu qaba. Caalbaasin kan banamu guyyuma kana sa'aatii 5:00 id- doo dorgomtoonni ykn bakka buutonni argamanitti ta'ee guyyaan kun guyyaa hojii yoo ta'uu baate guyyaa hojii itti aanu sa'aatii 5:00tti ta'a. Dorgomtonni meeshaalee caalbaasiif dhiyaatan mo'atan Waajjira Maallaqaa A/ Dubuluqi mana kuusaatti meeshaa galii taasisuu qabu.
Hubachiisa :-
- Waajjirrichi mala bittaa foyya'aa yoo argate caalbaasii guutumaan guututti ykn walakkaan haquuf mirga guutuu qaba
- Meshaalee barreesaa, meeshaa qulqullinaa, uffata seeraa fi meeshaalee adda addaa saampiliin dhiyaachuu qaba.
- Odeeffannoo Dabalataa tiif: Bilbi- la: 0920859592 ykn 0916900055 Godina Booranaatti
Waajjira Maallaqaa Aanaa Dubuluqi
Tender details
- Deadline: 2026-09-04
- Bid closing time: 10:00
- Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:00tti
- Bid opening: 2026-09-04 11:00
- Bid opening (note): guyyaa 16ffaa sa,aatti 5:00tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Dubuluqi.
- Bid bond: Lootiidhaan Adda addaa dha
- Bid document price: Qarshii 1,000.00 sanada tokkoo
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026)
- Posted at: 2026-08-26T09:33:57.000Z