Stationery
Waajirrii Mallaqaa Aanaa Guchii bara hojii 2019'tti tajaajilaa Waajjiraalee Mootummaatiif kan ooluu mee- shaawwaan armaan gadii dorgomsiisee bituu barbaa
Description
Beeksiisaa Caalbaasii
Waajirrii Mallaqaa Aanaa Guchii bara hojii 2019'tti tajaajilaa Waajjiraalee Mootummaatiif kan ooluu mee- shaawwaan armaan gadii dorgomsiisee bituu barbaa- da :- Meeshaalee barreefamaa biiroo keessa, Uffaata Seera, Meeshaa Dhumaataa, Elekitroonksii fi Fernicherii/Dhaabbataa/ dorgomaan ulaagaa asii gadii guutuu dorgomuu ni danda'a:- Gibira hojii bara 2018 kaffale Heyyama hojii kan bara 2019 kan haaromfatee, Raga dhiyeesitootaa keessatti galma'uu kan ibsuu raga dhi- yeessuumaa kan qabu, galma'a VAT kan ta'e, gibira mootummaa kaffaluu isa kan ibsu ragaa kan dhiyeessuu fi kabachisaa caalbaasii %2 bifa(CPO) ykn qarshiitiin qabsiisuu kan danda'uu guyyaa beeksisinii keenya bahu Guyyaa 21/12/2018 kaasee guyyaa hojii 15 sanadaa caalbaasii waajjiraa Maallaqaa Aanaa Guchii Kutaa Adeemsa Bittaa fi Bulchiinsa Qabeenyaattii dhiyaa- chuun tokkoon tokko sanadaa caalbaasittiif qarshii hin deebinee dhiibba shani (500) qofa kaffaluun bittachuu nii dandeettu. Guyyaa cufiinsaa guyyaa 16ffaatti Gaafa guyyaa fulbaana 8/2018 sa'aatii 3:30 WMAG yoo ta'u guyyaan baninsaa guyyuma kana sa'aatii 4:00tti bakka dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa qabeessaa jirutti ta'a.
Hubachiisaa:-
- Waajirichii filannoo fooyya'aa yoo argatee caalbaasicha guutumaa guututti ykn gara tokkeen haquuf mirgaa kan qabuu ta'u ibsina. Dorgomtoonnii dorgommiif dhiyaattaan iddoo samuudaa (Sampilii) gaafatuutti sampilii kees- saan guyyaa caalbasiin banamu guyya lama dursitanii kutaa Bulchiinsa Qabeenyaa keen- yaatti galchuu qabdu. Samuudii (sampiliin) guyyaa caalbaasiin banamu dhufuu fudhatama hin qabu.
Odeefannoo dabalataaf bilbilli keen- ya 0916901298, 0943861718 ykn 0926411368
Waajirrii Mallaqaa Aanaa Guchii
Tender details
- Deadline: 2026-09-18
- Bid closing time: 09:30
- Bid closing (note): Guyyaa 16ffaatti Gaafa guyyaa fulbaana 8/2018 sa'aatii 3:30
- Bid opening: 2026-09-18 10:00
- Bid opening (note): Guyyaa 16ffaatti Gaafa guyyaa fulbaana 8/2018 sa'aatii 4:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajirrii Mallaqaa Aanaa Guchii
- Bid bond: 2%
- Bid document price: Qarshii 500.00 sanada tokkoo
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026)
- Posted at: 2026-08-26T09:39:58.000Z