Stationery

Godina H/Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddee Waajji- ra Maallaqaa Aanaa Gumbii Bordoddee bara bajataa 2019tti Meeshaalee Barruu, Faarniichara fi Elektiroon- iksii taajajila hojii mootummaatif oolu bituu waan bar- baanneef dorgomtonni ulaagaa armaan gaditti tarre

Description

Beeksisa Caalbaasii Marsaa 1ffa Bittaa Mee- shaalee

Godina H/Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddee Waajji- ra Maallaqaa Aanaa Gumbii Bordoddee bara bajataa 2019tti Meeshaalee Barruu, Faarniichara fi Elektiroon- iksii taajajila hojii mootummaatif oolu bituu waan bar- baanneef dorgomtonni ulaagaa armaan gaditti tarreef- aman guuttan dorgomuu kan dandessan ta'uu isaa ni

hubachiifna.

Uulaagalee barbaachisan

-Dorgomtoonni Heyyama daldalaa Meeshaalee Barruu,gibira mootummaa kan bara 2018 kan kaf- ale fi 2019 kan hayyama haaromsee tahuu qabaa. Dorgomtonni TOT yknVAT(vat register) kan gal- ma'an tahuu qabu

-Dorgomtoonni sanada caalbaasiirratti gatii mee- shaan itti gurguramu guutuu qaban,

-Dorgomtoota Dorgoman keessa gatii gad-aanaa kan fudhannu ta'a.

-Dorgomtootni sanada gurgurtaaf dhiiyatu orji- naalafi kooppii poostaa irratti sumuda geengoo dha'uu qaban.

-Dorgoomtonni sanada caalbaasii nuuf guuttan keesssatti gatii tokko tokkoo gad aanaa kannuuf guuttan ta'a.

-Sanada caalbaasii tokkoof qarshii deebii hin qabne qarshii 1000 qofa guyyaa caalbaasin kun maxan- fame irraa eegalee bitachuu ni danda'an

-Dorgomtooni sanada caalbaasii guyyaa caal- baasiin kun itti bahe guyyaa 14/12/2018 hanga 01/01/2019tti waajjira galiiwwan Aanaa Gumbii Bordoddeettii dhiyaattanii guyyaa hojii keessatti sanada caalbaasii guuttanii kannuuf kennitan ta'a. Kabachiisa caalbaasiitiif daldalaa dhunfaa yoo ta'e qarshii 50000,IMX yoo ta'e immoo qaama isaan gurmeesse irraa xalayaa wabii kabachiisa caalbaa- sii akka dhiyeeffatu

-Caalbaasiin kan banamu iddoo dorgomtonni / bakka bu'oonni argamanitti guyyaa 01/01/2019 sa'aatii8:30tti Wajjira Maallaqa A/G/Bordoddeetti kan banamu taha.

-Poostaan sanada acaalbaasi iitti guutamu Maqaa Hayyama daldalaa irratti barreessuudhaan waajj/ maallaga Aanaa G/Bordoddee sanduuqa caalbaa- sii keessatti adda baastanii poostadhaan dokiman- ti iykneyyama ulaagaalee gaafatu guutuun postaa saamsuun Sumudadhan postaa irratti dhawame hanga guyyaa 01/1/2019sa'aatii 6:30itti kan galu taha

-Waajjirichi gatii dorgomtootni guutan keesssaa gatii gad-aanaa kan fudhatu ta'a.

Waajjirichi barbachisaa tahee yoo argame caalbaasii gar-tokkee ykn hunda isaa haquu fi guyya baninsa caalbaasii dabarsuu nidan- da'a.Odeeffannoo Dabalataaf Lakkofsa Bib- ilaa;-0910818333 ykn 0922008097 Godina H/Lixaa Aanaa Gumbii Bordoddee

Waajjira Maallaqaa Aanaa Gumbii Bordoddee


Tender details

  • Deadline: 2026-09-12
  • Bid closing time: 14:30
  • Bid closing (note): 01/1/2019sa'aatii 6:30itti
  • Bid opening: 2026-09-12 14:30
  • Bid opening (note): 01/01/2019 sa'aatii8:30tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Gumbii Bordoddee
  • Bid bond: Qarshii 50,000.00
  • Bid document price: Qarshii 1000.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026)
  • Posted at: 2026-08-26T10:02:55.000Z
← Back to all tenders