House and Building Sale

Mana Murtii Ol,aanaa Magaalaa Adaamaa mana tajaajila wal-makaa gurguruu badaa

Description

Caalbaasii

M/A/Mirgaa Obbo Tasfaayee Alamuu fa'aa N-4 fiM/A/ Idaa Obbo Gissillaa Mokonnin gidduu falmii himan- naa raawwii jiru ilaalchisee mana tajaajila wal-makaa fi hayyamaa Lakk. waraqaa ragaa ET00001043356 fi Lakk. addaa cittuu Lafaa OR001011505010 kan ta'e maqaa M/A/Idaa Obbo Gissillaa Mokonnin Dami-seetiin galmaa,ee magaalaa adaamaa kutaa magaalaa boolee Aanaa gooroo keessaatti balina lafaa 523.43M2 irratti qubatee argamu tilmaama ogeessi dhiyeesse qarshii 6,045,817.60tiin gatti woficoo quwaatti sadii guutuummoo qarshii 858,000ttiin walumaagalatti qar-shii 6,903,81760ttin gaafa 11/01/2029 sa,aatii 3:00tti caalbaasiin 2ffaatiin waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanaraatti dorgomtanii bitachuu barbaadd an iddoo manichi argamu magaalaa adaamaa kutaa magaalaa boolee Aanaa gooroo keessatti ka,umsa 1/4 qabsiisuun CPO isaa qabattanii guyyaa s,aattiifi iddoo ibsameetti dhiyaattanii dorgomtaanii bitachuu kan dandeessan ta,uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii  Ol,aanaa Magaalaa Adaamaa


Tender details

  • Deadline: 2026-09-21
  • Bid closing time: 09:00
  • Bid opening: 2026-09-21 09:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026)
  • Posted at: 2026-08-26T13:20:14.000Z
← Back to all tenders