House and Building Sale
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa siivilii jiru gurguruu barabadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
R/Himataan Dhaabbata Dhuunfaa Addis Kuwaarii IGM fi R/himatamaan Bulchiinsa Lafaa Magaalaa Shaggar faa N-2 gidduu falmii raawwii siivilii jiru ilaalchisee qabeenya ijaarsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan keessatti kaartaa lakk.isaa B/M/G/K/L/46/2000 ta'een galmaa'ee jiru,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 22,852,221.02n gaafa 05/01/2019 sa'aatii 4:00 - 6:00tti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiid- huudhaan bakka qabeenyi kun argamu Kutaa Magaa- laa Galaanitti argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa
Tender details
- Deadline: 2026-09-15
- Bid closing time: 00:00
- Bid opening: 2026-09-15 00:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Waliigala Oromiyaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026)
- Posted at: 2026-08-26T13:27:52.000Z