House and Building Sale
Baankiin Siinqee W.A Mana jireenyaa gurguruu barbadaa
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii
Lakk.BS/KTS/039/2018
|
TL |
Maqaa Liqeeffataa |
Maqaa Namaa qabeenya qabsiisee |
Damee Liqeesse |
Teessoo fi ibsa Qabeeya Caalbaasiif dhiyaatee,
|
Ka uumsa Caalbaasii Qarshiidhaan |
Yeroo Caalbaasiiin itti gaggeeeffamu |
Marsaa Caalbaasii ba'e |
||||
|
Qabeenya Caalbaasiif dhiyaate
|
Magaala/Kutaa Magaalaa/Aanaa/ Gandaa |
Lakk. kaartaa |
Balina Lafaa |
Guyyaa |
Sa aati |
||||||
|
1 |
Firoomsaa Hammeessoo Leenjisoo
|
Firoomsaa Hammeessoo Leenjisoo
|
Shaashamannee
|
Mana jireenyaa |
Mag/Shshamanneetti Kutaa Mag/Bishaan Aanaa habaasii
|
OR002073205003
|
139.61m²
|
1,753,608.97 |
16/1/2019
|
4:30- 6:00
|
2ffaa |
|
Geexee Masayii H Maaram
|
Shaashamannee
|
Mana jireenyaa
|
Mana Mag/Shaashanneetti Kutaa Mag/Bishaan Gurraachaa Aanaa habaasi
|
OR002073401007 |
140.12m² |
2,506,037.82 |
16/1/2019
|
8:30- 10:00
|
2ffaa |
||
|
2 |
Guddisaa Taaddasaa Miijana
|
Guddisaa Taaddasaa Miijana
|
Abishee Garba |
Mana jireenyaa
|
Godina H/Gud Wallaggaa Magaalaa Shaambuu Ganda 01
|
156 T 7 MMLMSH/2-07/07 |
160m |
449,087.36 |
16/1/2019
|
4:30-600
|
2ffaa |
|
3 |
W/Sh.Biruukii fi Gabaayinesh Bashaa
|
Alamuu Naqamtee
|
|
Mana jireenyaa
|
Magaalaa Naqamtee Bulchiinsa Kutaa Burqaa Jaatoo
|
31317 WMMLMN/10 |
200 m2
|
662,973.99
|
19/1/2019 |
4:00-6:00 |
1ffaa |
Baankiin Siinqee W.A Qabeenyota armaan gadii bu'uura Aangoo Labsii lakk.97/1990 (akka foyya'eettii) tiin kennameefiin gurguruu barbaada
Dambiiwwan Caalbaasii:
1) Dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraa dorgomaa gatii ka'uumsa Caalbaasichaa 1/4 Ajaja Baankii /C.P. O/ dhaan mirkanaa'e qofa qabsiisuun galmaa'uun dorgomuu ni danda'a Dorgomaan Caalbaasiicha mo'ate guyyaa 15 (kudha shan) keessatti gatii qabeenyicha ittiin mo'ate kaffalee xumuruu qaba. Kan hin xumurre yoo ta'e, qarshii qabsiise Baankichaaf gali ta'ee, Caalbaasichi kan haqamu ta'a. Dabalataan garaagarummaa gatii qabeenyichi Caalbaasichaaf irra deebiin ba'uun uumamuuf itti gaafatamaa ta'a
2) Dorgomaan caalbaasii irratti gatii ol'aanaa dhiyeesse caalbaasichaa mo'aachuu isaa qaama dhimmi ilaaluun erga mirkanaa'een booda xalayaa mo'aataa ta'uu isaa ibsu kennamaaf
3) Dorgomtoota Caalbaasicha mo'atamaniif Ajaja Baankii /C.P.O'n qabsiisan guyyuma sana deebi'aaf.
4)Caalbaasii irratti argamuu kan danda'u dorgomaa, liqeeffataa fi qabsiisaa qabeenyaa ykn bakka bu'aa seeraa isaanii qofa ta'a.
5) Caalbaasichi kan adeemsifamu bakka qabeenyichi itti argamutti ta'a.
6) Guyyaa caalbaasiichaatti sa'a 4:30-5:00 waaree duraa fi kan waaree booda 8:30-9:00tti yeroo galmee dorgomtoota ta'ee sa'a 5:00 waaree duraa fi kan waaree booda sa'a 9:00 ima eegalee galmeen dorgomtootaa hin jiraatu, sa'a 5:00 waaree duraa fi waaree booda sa'a 9:00 irraa eegalee hanga kan waaree dura sa'a 6:00 fi waaree booda sa'a 10:00i yeroo caalbaasin adeemsifamu ta'a
7) Kaffaltii jijjirraa maqaa akkasumas kaffaltii liizii fi kanneen biroo bitataan bu'uura seeraatiin akka kaffaluuf murtaa'ee/dirgamu kanneen Taaksii wallin walqabatan bitataan/mo'ataan battala Caalbaasii mo'atee qabee kan kaffalu ta'a.
8) Waldaan Daldalaa Waldicha bakka bu'ee Caalbaasicha irratti dorgomuu barbaade sanada aangoo qaamaa seerummaa qabaachuu isaa agarsisa (Barreeffama Hundeeffamaa fi ykn Dumbi ittiin Bulmaataa) fi aangoo bakka bu'insa seeraa qabatee dhiyaachuu qaba.
9) Baankichi karaa mijaawaa biroo yoo argatee, Caalbaasicha guutummaatti ykn gar-tokkeen haquuf mirgi isaa kan eegamedha.
10) Namni qabeenya Caalbaasiif dhiyaate kana ilaaluu barbaadu, Dameelee liqeessaa beellama qabsiifachuun ilaa luu ni danda's
11) Dorgomaan moo'ataa caalbaasiti kan jedhamu moo'ataa ta'uu isaa kan ibsu barreeffamaan yeroo xalayaan harka isa gahu qofadha
12) Odeeffannoo dabalataaf: Lakkoofsa bilbilaa Baankii Siinqee Kutaa Tajaajila Seeraa (011-557-6016), Damee Shaashamannee (046-211-2572) 5 Nagante 0576603334 ta' ima Bilbiluun gaafachuun ni danda'a.
Baankiin Siinqee W.A
Tender details
- Deadline: 2026-09-29
- Bid closing time: 00:00
- Bid closing (note): guyaa fii sa,aattiiin isaa garagaraa
- Bid opening: 2026-09-29 00:00
- Bid opening (note): guyaa fii sa,aattiiin isaa garagaraa
- Region: Oromia
- Publishing entity: Baankiin Siinqee W.A.
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026)
- Posted at: 2026-08-26T14:33:42.000Z